MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Fulbaana 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Onkoloolessa 24 hanga Sadaasa 27, 2016 tti qoʼataman kan qabate dha.

‘Harki Keessan Lawwaassaʼee kan Gad Rarraʼu hin Taʼin!’

Yihowaan tajaajiltoota isaa kan cimsuu fi kan jajjabeessu akkamitti? Ati hoo akkana gochuu kan dandeessu akkamitti?

Eebba Yihowaa Argachuuf Walʼaansoo Gochuu Keessan Itti Fufaa

Sabni Waaqayyoo isa duratti fudhatama argachuuf yeroo carraaqanitti gufuu hedduun isaan mudata. Taʼus injifachuu ni dandaʼu!

Gaaffii Dubbistootaa

“Dubbiin Waaqayyoo” inni Ibroota 4: 12 irratti “jiraataa fi humna qabeessa dha” jedhame maali dha?

Abbootii Taayitaa Duratti Misiraachichaaf Falmuu

Phaawulos seera bara isaatti turee wajjin haala wal qabateen wanta inni godhe irraa barumsa ni arganna.

Akkaataan Uffannaa Kee Waaqayyoof Ulfina ni Fidaa?

Dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu qajeelfama nuuf taʼu.

Yeroo Ha⁠r⁠ʼaatti Qajeelfama Yihowaa Irraa Fayyadamaa

Dhugaa Baatonni Poolaandii fi Fiijii jiraatan murtoo gaarii godhan.

Dargaggootaa, Amantii Keessan Cimsadhaa

Yaada namoota baayʼee biratti fudhatama qabu kan akka, Uumaatti amanuu mannaa jijjiirama tirannaatti amanuu hordofuu akka qabdu sitti dhagaʼamaa? Taanaan odeeffannoon kun si gargaara.

Warri, Ijoolleen Keessan Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa

Al tokko tokko gaʼumsa akka hin qabne sitti dhagaʼamaa? Tarkaanfiiwwan si gargaaran afur ilaali.