Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ittiin Lixa

Ittiin Lixa

KITAABNI QULQULLUUN BARA KEENYAAF NI HOJJETAA?

Addunyaa odeeffannoon akka gaariitti itti argamuu fi gama teknooloojiitiin sadarkaa guddaa irra gaʼe kana keessatti Kitaabni qulqulluun faayidaa qabaa? Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:

“Kitaabni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffame siʼa taʼu . . . ni fayyada.”—2 Ximotewos 3:16.

Masaraan Eegumsaa kun Kitaabni Qulqulluun qajeelfama jireenya keenya keessatti nu fayyadu akkamitti akka nuuf kennu ibsa.