Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

NAMOONNI TOKKO TOKKO . . .

Waaqayyo xiyyeeffannaa akka nuuf hin kennine, nurraa fagoo fi qulqulluu waan taʼeef itti dhihaachuun akka hin dandaʼamne isaanitti dhagaʼama.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

“Waaqayyootti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.”—Yaaqoob 4:8.

“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”—1 Pheexiros 5:7.

WAAQAYYOTTI DHIHAACHUUF MAAL GOCHUU DANDEENYA?