Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Daandii Egeree Amansiisaa Argamsiisu

Daandii Egeree Amansiisaa Argamsiisu

DAANDIIN EGEREE AMANSIISAA ARGAMSIISU ISA KAM SITTI FAKKAATA?

  • Barumsa sadarkaa ol aanaa tii?

  • Qabeenya dhaa?

  • Nama gaarii taʼuu dhaa?

  • Moo wanta kan biraa ti?

Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:

“Ogummaan . . . siif gaarii taʼuu isaa beeki. Isa yoo argatte, egereen kee gaarii taʼa, abdiin kees hin badu.”—FAKKEENYA 24:14.

Kitaaba Qulqulluu irraa ogummaa egeree amansiisaa siif argamsiisu argachuu ni dandeessa.