Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Balaliʼuu Titiisa Fruut Flaay jedhamuu

Titiisonni kuduraa akka xiyyaara waraanaatti yeroo sekoondii tokkoo gad keessatti qilleensa irra gaggaragaluu dandaʼu. Dandeettiin qilleensa irra gaggaragaluu ilbiisota xixinnoo kanaa eessaa dhufe?

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SAAYINSII fi KITAABA QULQULLUU jalaa ilaali.)

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Wantan Barbaadu Hunda Waanan Qabu Natti Fakkaata Ture

Isteefan dargaggeessa, milkaaʼina argatee fi beekamaa ture; taʼus, duwwaa akka taʼee fi milkaaʼina akka hin arganne itti dhagaʼama ture. Maarree gammachuu dhugaa fi kaayyoo jireenyaa kan argate akkamitti?

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > NAGAA fi GAMMACHUU jalaa ilaali.)