MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2020

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Waxabajjii 1-Adoolessa 5, 2020⁠tti qoʼataman qabateera.

Haleellaa Karaa Kaabaa Dhufu!

Mata duree qoʼannaa 14: Waxabajjii 1-7, 2020. Sababiiwwan hubannaa Yoʼel boqonnaa 1 fi 2 irratti qabnu irratti sirreeffama gochuun itti barbaachise arfan maal faʼi?

Naannoo Tajaajilaa Keessaniif Ilaalcha Akkamii Qabdu?

Study article 15: June 8-14, 2020. Amantii, wantoota xiyyeeffannaa namootaa hawwatanii fi dandeettii namoota argannuu hubachuudhaan akkamitti fakkeenya Yesuusii fi Phaawulos ergamaa hordofuu akka dandeenyu ilaali.

Dhaggeeffadhaa, Hubadhaa, Gara Laafinas Argisiisaa

Mata duree qoʼannaa 16: Waxabajjii 15-21, 2020. Yihowaan jaalalaan kakaʼee, Yoonaasiin, Eliyaasiin, Aggaarii fi Looxiin gargaareera. Walitti dhufeenya warra kaanii wajjin qabnu irratti fakkeenya Yihowaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe hubadhu.

“Michoota Jedhee Isin Waameera”

Mata duree qoʼannaa 17: Waxabajjii 22-28, 2020. Yesuus wajjin michummaa cimaa yeroo uumnutti akkasumas, michummaa kana eegnee yeroo jiraannutti haalli rakkisa nu mudata. Taʼus, haala rakkisaa nu mudate dandamachuu ni dandeenya.

‘Dorgommicha Hamma Dhumaatti Fiigaa’

Mata duree qoʼannaa 18: Waxabajjii 29–Adooleessa 5, 2020. Rakkoowwan sababa dullumaatiin dhufaniin ykn dhibeewwan fayyaa hammaachaa deemaniin kan kaʼe rakkachaa kan jirru taʼus, dorgommii jireenyaa moʼuu kan dandeenyu akkamitti?