MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2017

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Amajjii 29 hanga Guraandhala 25, 2018⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

“Akka Inni Kaʼu Beeka”

Gara fuulduraatti duʼaa kaʼuun akka jiraatu akkamitti mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya?

“Waaqayyoon Nan Abdadha”

Duʼaa kaʼuun barumsa buʼuuraa Kiristiyaanootaa keessaa tokko kan taʼe maaliifi?

Ni Yaadattaa?

Barruulee Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti b⁠a⁠ʼan akka gaariitti dubbisteettaa? Gaaffiiwwan meeqa deebisuu akka dandeessu ilaali.

Gaaffii Dubbistootaa

Isra⁠a⁠ʼel durii keessatti, hiddi dhalootaa gara Masiihichaatti geessu hangafummaadhaan kan argamu turee?

Gaaffii Dubbistootaa

Kiristiyaanonni ga⁠a⁠ʼela qaban mala ittisa ulfaa luuppii jedhamutti fayyadamuun Kitaaba Qulqulluu wajjin kan wal hin faallessine akka t⁠a⁠ʼe yaaduu?

Warra kan Taatan—Ijoolleen Keessan ‘Fayyina Argachuuf Ogeessota Akka Taʼan’ Isaan Gargaaraa

Kiristiyaanonni baayʼeen yeroo ilmi ykn intalli isaanii of murteessuu fi cuuphamuu barbaadanitti ni yaaddaʼu. Warri, ijoolleen isaanii fayyina argachuuf ogeessa akka taʼan isaan gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?

Dargaggootaa—“Fayyina Keessan Mirkaneessuuf Carraaqqii Cimaa Gochuu Keessan Itti Fufaa”

Cuuphaan tarkaanfii iddoo guddaa qabu dha, taʼus dargaggoonni tarkaanfii kana fudhachuuf sodaachuu hin qaban.

SEENAA JIREENYAA

Gooftaa Duukaa Buʼuuf Jecha Wantoota Kaan Dhiisuu

Feeliksi Fahaardoon barataa Kiristoos taʼuuf yeroo murteessu umuriin isaa waggaa 16 qofa ture. Waggoota 70 boodas, Gooftaa duukaa buʼuun isaa isa hin gaabisiisu.

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2017

Tartiibni kun mata dureewwan sun Masaraa Eegumsaa 2017 keessatti eessatti akka argaman beekuuf si gargaaru.