Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2017
Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru (obboleettota gaaʼela hin godhanne), Ama.
Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru-Turkii, Ado.
Gammachuu Jireenya Salphaa Jiraachuun Argamsiisu, Cam.
Gocha Gaarummaa Kiristiyaana Tokkoo, Onk.
Gumii Kee Isa Haaraatti Itti Baruu, Sad.
“Karaan Gar Malee Rakkisaa Taʼe ykn Gar Malee Dheeraa Taʼe hin Jiru” (Awustiraaliyaa), Gur.
‘Namni Arjaan In Eebbifama’ (buusii), Sad.
“Walgaʼii Itti Aanu Yoom Godhanna Laata?” (Meeksikoo), Hag.
‘Yoom Iyyuu Caalaa Hinaaffaa fi Jaalala Guddaadhaan’ (walgaʼii guddaa bara 1922), Cam.
GAAFFII DUBBISTOOTAA
Gabaasni Seenaa Yesuus Maatewos Irra Jiruu fi Luqaas Irra Jiru Adda Adda kan Taʼe Maaliifi? Hag.
Hiddi Dhalootaa Gara Masiihichaatti Geessu Hangafummaadhaan kan Argamu Turee? Mud.
Kiristiyaanonni Gaaʼela Qaban Luuppiitti Fayyadamuun Kitaaba Qulqulluu Wajjin Akka Wal Simu Yaaduu? Mud.
Namoota Kaan Irraa Of Eeguuf Meeshaa Waraanaa Qabachuun Sirrii Dhaa? Ado.
Yihowaan “Hamma Baachuu Dandeessan Caalaa Akka Qoramtan hin Heyyamu” (1Qo 10:13), Gur.
JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA
Dogoggoraaf Ilaalcha Sirrii Qabaachuu, Lakk. 6
Faayidaa Kennuun Argamsiisu, Lakk. 2
Jaalala—Amala Baayʼee Barbaachisaa Taʼe, Hag.
Kiristiyaanonni Ayyaana Qillee Kabajuu Qabuu? Lakk. 6
Sammuun Kee Waraanicha Akka Moʼu Godhi, Ado.
Tajaajilaa Amantii Kiristiyaanaa Taʼuuf Gaaʼela Godhachuu Dhiisuun Ulaagaa Taʼuu Qabaa? Lakk. 2
Walitti Buʼiinsa Hiikuudhaan Nagaa Uumuu, Wax.
Yeroo Michummaan Balaadhaaf Saaxilamu, Bit.
KITAABA QULQULLUU
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA
Abbootii Fardeenii Arfan, Lakk. 3
‘Akka Gaariitti Waaqayyoon Gammachiiseera’ (Henok), Lakk. 1
Armaagedoon? Lakk. 6
‘Ati Dubartii Miidhagduu Dha’ (Saaraa), Lakk. 3
Bara Duriitti Ibiddi Iddootii Gara Iddootti kan Geeffamu Akkamitti Ture? Ama.
Barsiifanni Yihudootaa Yesuus Kakachuu Akka Balaaleffatu Godhe Isa Kami Dha? Onk.
Bifa Alaan Mulʼatu Irra Darbitee Ilaaluu ni Dandeessaa? Wax.
Daldaltoonni Mana Qulqullummaa Keessatti Beeyilada Gurguran “Saamtota” Turanii? Wax.
Dhiphina, Lakk. 4
Gaayos Obboloota Isaa kan Gargaare Akkamitti? Cam.
Garbummaa Jalaa Bilisa Baʼuu, Lakk. 2
Gorsa Phaawulos Imalli Galaana Irraa Yeroo Biraatti Akka Darbu Kenne (HoE. 27), Lakk. 5
“Guyyoota Dhumaa” Keessa Jiraachaa Jirraa? Lakk. 2
Haqni Dhugaan Lafa Irra Jiraachuu ni Dandaʼaa? Lakk. 3
“Hubannaa Kee Kana nan Jajadha” (Abigaayil), Wax.
Jannata Lafarraa—Abjuu moo Dhugaa Dha? Lakk. 4
Kennaa Hunda Caalu, Lakk. 6
Kitaabni Qulqulluun Jireenyaa fi Duʼa Ilaalchisee Maal Jedha? Lakk. 4
Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Maleekotaa Maal Jedha? Lakk. 5
Lafa Irratti Nagaan Dhufuu Ni Dandaʼaa? Lakk. 5
Maqaa Kitaaba Qulqulluu Okkotee Bara Durii Irratti Barreeffame, Bit.
Namni Jaallattan Dhukkuba Duʼaaf Nama Saaxiluun Yeroo Qabamu, Lakk. 4
Qubee Afaan Ibrootaa Ishii Xinnoo, Lakk. 4
Rakkina, Lakk. 1
Saaraa Ishii Haadha Moototaa Taate, Lakk. 5
Yoseef Nama Armaatiyaa, Onk.
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA
“Abbaan Firdii Guutummaa Biyya Lafaa” Yoom Iyyuu Wanta Sirrii Raawwata, Ebl.
“Akka Inni Kaʼu Beeka,” Mud.
Amala Of Toʼachuu Horadhaa, Ful.
Amantii Qabaachuudhaan Murtoo Ogummaa Irratti Hundaaʼe Godhaa! Bit.
Dargaggootaa, “Fayyina Keessan Mirkaneessuuf Carraaqqii Cimaa Gochuu Keessan Itti Fufaa,” Mud.
Dhugaan, ‘Goraadee Malee Nagaa hin Fidu,’ Onk.
“Dubbiin Waaqayyo Keenyaa . . . Bara Baraan Jabaatee Dhaabata,” Ful.
“Dubbiin Waaqayyoo . . . Humna Qabeessa Dha,” Ful.
Fedhiidhaan Of Dhiheessuun Keessan Yihowaan Akka Jajamu Taasisa! Ebl.
Furii—‘Kennaa Guutuu’ Abbaa Biraa Argame, Gur.
Gad Of Deebisuun Amma Iyyuu Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi? Ama.
Gammachuudhaan Faarfadhaa! Sad.
Gara Laafina Yihowaa Hordofaa, Ful.
Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajilaa! Bit.
Garaan Keessan Qabeenya Hafuuraa Irratti Akka Xiyyeeffatu Godhaa, Wax
Haqaa fi Araara Qabaachuu Irratti Fakkeenya Yihowaa Hordofaa, Sad.
“Hojii fi Dhugaadhaan Wal Jaallachuu,” Onk.
‘Ija Jabaadhaa, Hojjedhaas!’ Ful.
Iji Keessan Dhimma Isa Guddaa Irratti Akka Xiyyeeffatu Godhaa, Wax.
Ijoollee “Galaa Biyya Ormaa” Taʼan Gargaaruu, Cam.
Ilaalcha Addunyaa Of Irraa Fageessaa, Sad.
Ilaalcha Yihowaan Haqaaf Qabu Qabdaa? Ebl.
“Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?” Cam.
Jaalalli Keessan Akka Qabbanaaʼu hin Heyyaminaa, Cam.
Kaayyoon Yihowaa ni Raawwatama! Gur.
Kan Ulfinni Isaaf Maluuf Ulfina Kennaa, Bit.
Konkolaattonnii fi Gonfoon Si Eegu, Onk.
Mirga Filannoo Gochuuf Sii Kenname Dinqisiifadhu, Ama.
Mootummaan Waaqayyoo Yommuu Dhufu Wantoota Akkamii Balleessa? Ebl.
Mulʼanni Zakaariyaas kan Si Ilaallatu Akkamitti? Onk.
‘Nagaan Waaqayyoo Hubannaa Hundumaa Irra Ni Caala,’ Hag.
Namummaa Haaraa Uffachuu fi Akkuma Uffannetti Itti Fufuu, Hag.
Namummaa Moofaa Of Irraa Baasnee Gatuu fi Of Irraa Fageessuu, Hag.
Obsaan Eeguuf Fedhii Qabduu? Hag.
Ol Aantummaa Yihowaa Deggeraa! Wax.
Qabeenya Isa Dhugaa Barbaadaa, Ado.
Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu Ni Dandeessu, Ama.
“Waaqayyoon Nan Abdadha,” Mud.
“Wanta Wareegde Raawwadhu,” Ebl.
Wanti Kam Iyyuu Badhaasicha Isin hin Dhabsiisin, Sad.
Wantoota Barreeffamaniif Xiyyeeffannaa ni Kennituu? Bit.
‘Wantoota Sana Namoota Amanamoo Taʼanitti Imaanaadhaan Kenni,’ Ama.
“Warra Booʼanii Wajjin Booʼaa,” Ado.
Warra kan Taatan, Ijoolleen Keessan ‘Fayyina Argachuuf Ogeessota Akka Taʼan’ Isaan Gargaaraa, Mud.
Warri “Galaa Biyya Ormaa” Taʼan ‘Waaqayyoof Gammachuudhaan Akka Hojjetan’ Gargaaraa, Cam.
“Yaahiin Jajadhaa!,” Maaliif? Ado.
Yeroo Ammaatti Saba Waaqayyoo Geggeessaa kan Jiru Eenyu Dha? Gur.
Yihowaan ‘Akeeka Kee Hundumaa Siif haa Raawwatu!’ Ado.
Yihowaan Rakkina Keenya Hunda Keessatti Nu Jajjabeessa, Wax.
Yihowaan Saba Isaa ni Geggeessa, Gur.
“Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu,” Ama.
Yihowaatti Kooluu Galtaniittuu? Sad.
SEENAA JIREENYAA
Dhagaʼuu kan hin Dandeenye Taʼuun Koo Barsiisuu Irraa Duubatti Akkan Jedhu Na hin Goone (Wooltar), Cam.
Gaarummaa Yihowaa Isa Guddaa Irraa Karaa Hedduudhaan Faayidaa Arganneerra (Daaglaas), Gur.
Gooftaa Duukaa Buʼuuf Jecha Wantoota Kaan Dhiisuu (Feeliksi), Mud.
Loltuu Kiristoos Taʼuuf Kutadheera (Dimeetiriyas), Ebl.
Namoota Hafuuraa Wajjin Hojjechuu Kootiin Eebbifameera (Deevid), Ful.
Ogeessotaa Wajjin Adeemuu Kootiin Faayidaa Guddaa Argadheera (Wiiliiyaam), Bit.
Qorumsa Keessatti Jabaatanii Dhaabachuun Eebba Argamsiisa (Paavel), Hag.
Wanta Yihowaan Ajaje Raawwachuudhaan Eebban Argadhe (Oliiv), Onk.
YESUUS KIRISTOOS