MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Fulbaana 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Sadaasa 11–​Muddee 8, 2024​tti q⁠o⁠ʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 36

“Dubbicha Hojii Irra kan Oolchitan Taʼaa”

Torban Sadaasa 11-17, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 37

Xalayaa Hamma Dhumaatti Amanamoo Taʼuuf Nu Gargaaru

Torban Sadaasa 18-24, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

SEENAA JIREENYAA

Tajaajila Yihowaa Keessatti Jireenya Gammachiisaa Dabarseera

Andiree Raamseeyar tajaajila yeroo guutuu keessatti waggaa 70 dabarseera, ramaddii t⁠i⁠ʼookraasii hedduunis isaaf kennameera. Rakkina akkamiitu isa mudate? Jireenyasaa keessatti Yihowaadhaaf dursa kennuu kan dand⁠a⁠ʼehoo akkamitti?

Gaaffii Dubbistootaa

Yeroo Yesuus Irbaata Gooftaa hundeessetti barattoonnisaa 70n inni akka lallaban ergee ture eessa turan? Isa dhiisaniitii?

MATA DUREE QOʼANNAA 38

Akeekkachiisa Kennameef Xiyyeeffannaa Kennaa Jirtaa?

Torban Sadaasa 25–​Muddee 1, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 39

Kennuudhaan Gammachuu Guddaa Argadhu

Torban Muddee 2-8, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

Yeroo Qoʼattu Wantoota Haaraa Barachuuf Yaali

Wanta Yihowaan yeroo q⁠o⁠ʼannaa dhuunfaa godhannutti nu barsiisuu barbaadu caalaatti hubachuu kan dandeenyu akkamitti?