MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2025

Maxxansi kun mata dureewwan Ebla 14–​Caamsaa 4, 2025​tti q⁠o⁠ʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 6

Dhiifama Yihowaan Nuuf Godhu kan Dinqisiifannu Maaliifi?

Torban Ebla 14-20, 2025 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 7

Dhiifamni Yihowaa Siif Hiika Akkamii Qaba?

Torban Ebla 21-27, 2025 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 8

Dhiifama Gochuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofuu kan Dandeessu Akkamitti?

Torban Ebla 28–​Caamsaa 4, 2025 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

SEENAA JIREENYAA

“Matumaa Kophaa Koo hin Turre”

Anjeelitoo Baalb⁠o⁠ʼaan yeroo rakkoowwan ciccimoon isa mudatanittillee Yihowaan yeroo hundumaa isa wajjin akka jiru kan amanu maaliif akka t⁠a⁠ʼe dubbisi.

Ofittummaa Addunyaa Keessatti Babalʼaterraa Of Eegi

Namoonni hedduun mirgii fi kunuunsi addaa akka isaaniif malu isaanitti dhag⁠a⁠ʼama. Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ilaalcha akkasiirraa fagaachuuf nu gargaaran muraasa ilaali.

Michuu Dhugaa Taʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun yeroo dhiphinaatti michuu dhugaa qabaachuun faayidaa guddaa akka qabu dubbata.

Gaaffii Salphaa Buʼaa Gaarii Argamsiisu

Atis akkuma Meerii gaaffii salphaa tokko gaafachuudhaan namoota hedduu q⁠o⁠ʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuu dandeessa.

Yeroo Dhiibbaan Sirra Gaʼu Ija Jabina Argisiisi

Ija jabina Ermiyaasii fi Ebeedmeleek argisiisanirraa maal baranna?