MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Waxabajjii 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Hagayya 1-28, 2016 q⁠o⁠ʼataman kan qabate dha.

Yihowaan ‘Isiniif ni Yaada’

Yihowaan a xiyyeeffannaa akka siif kennu mirkanaaʼaa taʼuu kan dandeessu akkamitti? Ragaa jiru qori.

Yihowaan Akka Suphe Dhooftuutti Akka Nu Tolchu Hubachuu

Waaqayyo namoota tolchu akkamitti filata? Kan isaan tolchu maaliifi? Kana kan godhu akkamitti?

Suphe Dhooftuun Inni Guddaan Akka Isin Tolchu Ni Heyyamtuu?

Amalawwan harka Waaqayyoo keessatti lallaafaa akka taatu si gargaaran kam faʼi?

Gaaffii Dubbistootaa

Namichi qodaa qalamii qabate, namoonni jaʼan miʼa waraanaa ittiin balleessan qabatanii fi mulʼata Hisqiʼel arge keessatti ibsaman eenyuun argisiisu?

“Waaqni Keenya Yihowaan Yihowaa Tokko Dha”

Waaqayyo “tokko” kan taʼe akkamitti? Nuti hoo akka tokko taʼetti isa waaqeffachuu kan dandeenyu akkamitti?

Dogoggorri Warra Kaanii Akka Isin Gufachiisu Hin Heyyaminaa

Bara duriitti, tajaajiltoonni Waaqayyoo amanamoo taʼan wanta warra kaan miidhu dubbataniiru ykn hojjetaniiru. Fakkeenyota Kitaaba Qulqulluu keessa jiran kana irraa maal baranna?

Amala Almaazii Caalaa Gatii Guddaa Qabu

Amala kana qabaachuun milkaaʼina guddaa dha.

Ni Yaadattaa?

Barruulee Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼan dubbisteettaa? Mee wanta yaadattu ilaali.