MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2023

Maxxansi kun mata dureewwan Fulbaana 11–Onkoloolessa 8, 2023​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 29

Rakkina Guddaadhaaf Qophoofteettaa?

Torban Fulbaana 11-17, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 30

Jaalala Kee Guddifadhu

Torban Fulbaana 18-24, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 31

“Jabaadhaa Dhaabbadhaa, hin Sochoʼinaa”

Torban Fulbaana 25–Onkoloolessa 1, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 32

Yaada Ofiitti kan hin Cichine Taʼuudhaan Yihowaa Fakkaadhaa

Torban Onkoloolessa 2-8, 2023 keessatti kan qoʼatamu.

Kana Beektaa?

How do bricks and brickmaking methods discovered among the ruins of ancient Babylon support the Bible record?: Xuubiiwwan jijjigaa Baabilon durii keessatti argamanii fi malli xuubiiwwan kun itti tolfaman Kitaabni Qulqulluun dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessan akkamitti?