MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Amajjii 2019

Maxxansi kun mata dureewwan Bitootessa 4 hanga Ebla 7, 2019⁠tti qoʼataman kan qabate dha

“Ani Waaqayyo Kee Ti hin Naʼin!”

Yeroo qorumsi nu mudatutti sababii itti tasgabbaaʼuu dandeenyu sadi ilaali.

Gumii Keessatti Yihowaa Jajadhaa

Walgaʼii irratti yaada kennuun sitti ulfaataa? Mata dureen kun wanta si sodaachisuu akka beektu fi akka mootu si gargaara.

Garaa Keenya Eeggachuu kan Dandeenyu Akkamitti?

Seexanni garaa keenya mancaasuuf kan yaalu akkamitti? Eeggachuu kan dandeenyu akkamitti?

Irbaata Salphaa Tokko Irraa Waaʼee Mootii Keenya isa Samii Maal Baranna?

Irbaanni Yaadannoo waaʼee gad of qabuu, ija jabinaa fi jaalala yesuus maal nu barsiisa?

Walgaʼiiwwan Irratti Argamuun Keenya Waaʼee Keenya Maal Ibsa?

Walgaʼiiwwan keenya irratti hirmaachuu ilaalchisee jaalalli, gad of qabuu fi ija jabinni gaʼee akkamii qabu?

Miseensa Qaama Ol Aanaa Haaraa

Waaʼee seenaa Keeneez Kuuk baradhu.