Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Jireenya Koo Keessatti Badhaasa Hunda Caalu

Namni teenisii taphachuutti beekamaa taʼe tokko, hojii beekamtii fi qarshii guddaa isaaf argamsiisu dhiisee tajaajilaa yeroo guutuu akka taʼu maaltu isa kakaase?

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > NAGAA fi GAMMACHUU jalaa ilaali.)

GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Jaalala Argisiisuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Hiriyoonni gaaʼelaa dhugumaan akka waliif yaadan argisiisuu kan dandaʼan akkamitti? Gorsawwan qajeelfama Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan afur gargaaruu dandaʼu.

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > GAAʼELAA fi MAATII jalaa ilaali.)