Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Yaada Qorannaadhaaf Taʼu

Yaada Qorannaadhaaf Taʼu

Barreeffamoota Qorannaadhaaf Taʼanii fi LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA Argaman

Barreeffamoonni qorannaadhaaf qophaaʼan waaʼee dhimmoota garaa garaa beekuuf si gargaaru. Barreeffamoonni intarneetiirratti argaman kun Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe kan dabalatanidha.

Saanduqni LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA barbaaduuf gargaaru barreeffamoota qorannaadhaaf taʼanitti fayyadamuuf si gargaara. Saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti barreessuu yeroo jalqabdu saanduqichaa gaditti filannaan garaa garaa sii dhufa. Jechoota barreeffamoota qorannaadhaaf taʼan keessatti argaman biratti jechi “Mata Duree” jedhu ni mulʼata.

Yaali: Saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti jecha “Yihowaa” jedhu barreessuu jalqabi (A). Filannaa sii dhufe keessaa jecha “Yihowaa” jedhuu fi jechi “Mata Duree” jedhu biratti argamu filadhu (B). Mata dureewwan barreeffamoota qorannaadhaaf taʼan garaa garaarra jiran sii fida.