MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Caamsaa 30 hanga Waxabajjii 26, 2016⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

Tajaajilli Keessan Akka Fiixeensaa Tii?

Hojiin lallabaa kee suuta kan jiisu, kan haaromsuu fi jireenyaaf kan barbaachisu taʼuu kan dandaʼu akkamitti?

Amanamummaan Waaqayyo Biratti Fudhatama Namaaf Argamsiisa

Kiristiyaanonni seenaa Kitaaba Qulqulluu waaʼee Yiftaa fi intala isaa dubbatu irraa maal baratu?

Dandeettii Yaadaan Ilaaluutti Ogummaadhaan Fayyadamaa Jirtaa?

Rakkina keessa si galchuu ykn nama gaarii si gochuu dandaʼa.

“Jabaatanii Dhaabachuun Hojii Isaa Fiixaan Akka Baasu Godhaa”

Jabaatanii dhaabachuu ilaalchisee qorumsi yeroo si irra gaʼu wanti caalaatti yaaddessu maali dha? Fakkeenyota kamtu Jabaattee akka dhaabattuuf jabina siif kennuu dandaʼa?

Waaqeffannaadhaaf Walitti Qabamuu kan Qabnu Maaliifi?

Walgaʼii irratti argamuun kee si fayyada, warra kaan ni gargaara, Yihowaas ni gammachiisa. Akkamitti akka taʼe beektaa?

SEENAA JIREENYAA

Dubartoonni Moloksee Turan Obbolaa Hafuuraa Waliif Taʼan

Wanti gaadaamiidhaa akka baʼanii fi amantii Kaatolikii akka dhiisan isaan kakaase maali dha?

Addunyaa Qoqqoodame Kana Keessatti Adda Taʼaa

Qorumsa ejjennoo keenya eeguu keenyaan nu irra gaʼan moʼuuf, wantoonni afur nu gargaaruu dandaʼu.

Gaaffii Dubbistootaa

“Chaappaa” fi ‘qabdiin’ Kiristiyaanonni dibamoon hundi Waaqayyo biraa fudhatan maali?