MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2022
Maxxansi kun mata dureewwan Waxabajjii 6–Hagayya 3, 2022tti qoʼataman qabateera.
MATA DUREE QOʼANNAA 15
‘Dubbiidhaan Fakkeenya’ ni Taataa?
MATA DUREE QOʼANNAA 16
Wanta Hundarra Caalu Yihowaadhaaf Kennuudhaan Gammadi
Buskutii Saroota Kootiif Kenname
Hiriyoonni gaaʼelaa lallaba addabaabayiirratti hirmaachaa jiran tokko namicha tokkotti qofa utuu hin taʼin saroota isaattis gaarummaa argisiisaniiru. Maarree buʼaa akkamiitu argame?
MATA DUREE QOʼANNAA 17
Haadhotiin Fakkeenya Ewunqee Irraa Baradhaa
MATA DUREE QOʼANNAA 18
Galma Hafuuraa Baafachuu fi Irra Gaʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
Gaaffii Dubbistootaa
Kitaabni Qulqulluun waaʼee kakachuu maal jedha?
Gaaffii Dubbistootaa
Kiristiyaanni tokko sababa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe utuu hin qabaatin haadha manaa isaa hiikee dubartii kan biraa yoo fuudhe gumiin gaaʼela isa duraanii fi gaaʼela isa haaraa akkamitti ilaaluu qaba?