MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Ebla 4 hanga Caamsaa 1, 2016⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

SEENAA JIREENYAA

Yihowaan Tajaajila Isaa irratti Milkaaʼina Akkan Argadhu Na Gargaareera

Koorwan Roobinsan waggaa jaatamaa ol Betʼel Yunaayitid Isteetis keessatti tajaajile dabalatee waggoota 73f amanamummaadhaan Waaqayyoon tajaajileera.

Yihowaan “Michuu Koo” Jedhee Isa Waameera

Michuu Yihowaa taʼuu ni barbaaddaa? Akkamitti kana gochuu akka dandeessu fakkeenya Abrahaam irraa baradhu.

Fakkeenya Namoota Yihowaa Wajjin Michummaa Cimaa Qabanii Hordofaa

Ruut, Hisqiyaasii fi Maariyaam Waaqayyoo wajjin michummaa cimaa uumuu kan dandaʼan akkamitti?

Gammachuudhaan Yihowaa Tajaajiluu Kee Itti Fufi

Seerawwan guguddaa sadii irratti xiinxaluun kee gammachuu kee eegdee jiraachuuf si gargaara.

Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuu Kee Argisiisi

Fakkeenyi Yonaataan haalawwan rakkisoo taʼan afur keessatti Yihowaadhaaf amanamoo taʼuu keenya akka argisiisnu nu gargaaruu dandaʼa.

Tajaajiltoota Yihowaa Warra Amanamoo Taʼan Irraa Baradhaa

Daawit, Yonaataan, Naataanii fi Hushaayi hundumaa dura Yihowaadhaaf amanamoo kan taʼan akkamitti?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Konkolaataan Meeshaa Sagalee Guddisu Qabu Miliyoonota Biratti Beekame

“Konkolaataan Masaraa Eegumsaa meeshaa sagalee guddisu qabu” bara 1936 hanga 1941⁠tti, Dhugaa Baatonni muraasni Biraaziil keessatti argaman ergaa Mootummichaa namoota miliyoonaan lakkaaʼamaniif lallabuuf isaan dandeessiseera.