MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Onkoloolessa 7–Sadaasa 10, 2024tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 31

Yihowaan Cubbuu fi Duʼarraa Nu Oolchuuf Maal Godhe?

Torban Onkoloolessa 7-13, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

Gaaffii Dubbistootaa

Nama tokkorratti mallattoo 2 Tasalonqee 3:14 irratti ibsame gochuun tarkaanfii jaarsoliin fudhatanidhamoo tarkaanfii babalʼistoonni dhuunfaatti fudhatanidha?

MATA DUREE QOʼANNAA 32

Yihowaan Hundumtuu Yaada Akka Geddaratan Barbaada

Torban Onkoloolessa 14-20, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 33

Gumiin Ilaalcha Yihowaan Cubbamootaaf Qabu Calaqqisiisuu kan Dandaʼu Akkamitti?

Torban Onkoloolessa 21-27, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 34

Namoota Cubbuu Hojjetanitti Jaalalaa fi Araara Argisiisuu

Torban Onkoloolessa 28–​Sadaasa 3, 2024. . . keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 35

Gargaarsa Nama Gumiidhaa Baafameef Taʼu

Torban Sadaasa 4-10, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

Yaadachiisa Dubbistootaaf Kenname

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa walitti aananii baʼan qabateera; mata dureewwan kun Yihowaan namoota cubbuu hojjetaniif ilaalcha akkamii akka qabuu fi akkamitti akka isaan gargaaru, akkasumas gara laafina, jaalalaa fi araarasaa calaqqisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.