MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2016
Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Amajjii 30 hanga Guraandhala 26, 2017tti qoʼataman kan qabate dha.
SEENAA JIREENYAA
“Akaakuu Namootaa Hundaaf Waan Hundumaa” Taʼuu
Itti gaafatamummaa hedduun Deentan Hopkiinsaniif kenname Yihowaan namoota saba hundumaa keessaa dhufan hunda akka jaallatuu fi akka simatu isa hubachiiseera.
Gaarummaa Isa Guddaadhaan Bilisa Baataniittu
Yihowaan akkamitti cubbuu jalaa akka si baase qoruudhaan faayidaa guddaa argachuu dandeessa.
‘Yaadni Keessan Hafuura Irratti Akka Xiyyeeffatu Gochuun Jireenyaa fi Nagaa Fida’
Roomaan boqonnaa 8 gorsa badhaasa Yihowaan ilmaan namootaa hundaaf kennu argachuuf maal gochuu akka qabdu ibsu qabateera.
Ni Yaadattaa?
Barruulee Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼan akka gaariitti dubbisteettaa? Mee gaaffiiwwan armaan gadii meeqa akka deebistu ilaali.
Yaaddoo Keessan Hundumaa Isa Irratti Gataa
Tajaajiltoonni Waaqayyoo yeroo tokko tokko dhiphachuu dandaʼu. Tarkaanfiiwwan afur ‘nagaa Waaqayyoo’ irraa faayidaa akka argattu si gargaaru
Yihowaan Warra Cimsanii Isa Barbaaddataniif Gatii Isaanii ni Kenna
Waadaan Waaqayyo nu eebbisuuf gale kan nu fayyadu akkamitti? Bara duriittis taʼe yeroo ammaatti tajaajiltoota isaa kan eebbise hoo akkamitti?
Garraamummaa—Daandii Ogummaa
Sababii malee yommuu isinitti dubbatamu of toʼachuun salphaa miti; taʼus Kitaabni Qulqulluun Kiristiyaanonni garraamii akka taʼan isaan jajjabeessa. Amala Waaqayyo biraa dhufu kana horachuuf maaltu si gargaaruu dandaʼa?
Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2016
Mata dureewwan maxxansa sabaa fi qoannaa irratti baʼan.