Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2016

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2016

Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • “Babalʼistoonni Mootummichaa Biritaaniyaa Keessa Jirtan—Dammaqaa!!” (1937), Sad.

  • “Firii Yihowaadhaaf Ulfina Fidu Sassaabaan Jira” (Jarman, Waraana Addunyaa Tokkoffaa), Hag.

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Gaanaa, Ado.

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Oshiiniyaa, Ama.

  • “Hojiin Isaa Guddaa Dha” (buusiiwwan), Sad.

  • Konkolaataan Meeshaa Sagalee Guddisu Qabu Miliyoonota Biratti Beekame (Biraaziil), Gur.

  • “Warra Hojichi Imaanaadhaan Itti Kennameef” (walgaʼii guddaa Seedaar Pooyinti Ohaayoo Yunaayitid Isteetis), Cam.

  • Yeroo Harʼaatti Qajeelfama Yihowaa Irraa Fayyadamaa (muuxannoowwan), Fulb.

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • Bishaan kuufamaa Beetazaataa “raafamu” (Yoh 5:7), Cam.

  • “Chaappaa” fi “qabdii” dibamtoonni fudhatan (2Qo 1:21, 22), Ebl.

  • “Dubbiin Waaqayyoo” maali dha? (Ibr 4:12), Fulb.

  • Harka dhiqachuun dhimma guddaa kan ture maaliifi? (Mar 7:5), Hag.

  • Hojjettoota mootummaatiif kennaa ykn tiippii kennuu, Cam.

  • Namichi qodaa qalamii qabate fi namoota jaʼan miʼa waraanaa qabatan (His 9:2), Wax.

  • Namni gumiidhaa baafame yommuu deebiʼuu gammachuu ibsu, Cam.

  • Sabni Waaqayyoo Baabilon Guddittiidhaan kan boojiʼaman yoom ture? Bit.

  • Seexanni Yesusiin qaamaan gara mana qulqullummaatti isa geessee? (Mat 4:5; Luq 4:9), Bit.

  • Ulee lamaan walitti qabsiisuu (His 37), Ado.

JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

  • Abbootii Taayitaa Duratti Misiraachichaaf Falmuu, Fulb.

  • Almaazii Caalaa Gatii Guddaa Qaba (amanamummaa), Ama.

  • Amanamoo Taʼuu Kan Qabnu Maaliifi? Lakk. 1

  • Dandeettii Yaadaan Ilaaluutti Ogummaadhaan Fayyadami, Ebl.

  • Gammachuudhaan Yihowaa Tajaajiluu Kee Itti Fufi, Gur.

  • Garraamummaa—Daandii Ogummaa, Mud.

  • Gumii Keessan Gargaaraa, Bit.

  • Hin Yaaddaʼinaa, Lakk. 1

  • Iddoowwan Qulqulluutti Waaqeffachuu Qabuu? Lakk 2

  • Ilaalcha Akka Raajotaa Qabaadhaa, Bit.

  • ‘Ogummaatti ni Jabaattaa?’ Onk.

  • Sodaa Moʼuu, Lakk. 1

  • Tajaajilli Keessan Akka Fiixeensaa Tii? Ebl.

  • Warqee Caala Gatii Qabu (ogummaa Waaqayyoo irraa argamu), Hag.

KITAABA QULQULLUU

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

  • Jireenyi kan Natti Hadhaaʼee fi Abbaa Humnaan Ture (A. De Laa Fuwantee), Lakk. 5

  • Ofis Taʼe Dubartoota Kabajuu Baradheera (J.  Ireenboogen), Lakk. 3

  • Waggaa Tokkoof Qofa Nagaa fi Gammachuu Naaf Kenni (A. Biroojiyoon), Lakk. 1

MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA

  • Akeekkachiisa Kenname Hordofuu, Lakk. 2

  • Daawitii Fi Goliyaad—Seenaa Dhugaa Tii? Lakk. 5

  • Diiyaabilos Eenyu? Lakk. 2

  • Haala Addaatiin Kadhachuu Qabnaa?Lakk. 6

  • Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeenya? Lakk. 5

  • Jecha Hiika Guddaa Qabu! (“intala ko”), Sad.

  • ‘Lolli kun kan Waaqayyoo Ti’ (Daawit), Lakk. 5

  • Luboota Angafoota Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Giriikii keessatti ibsaman, Lakk. 1

  • Macaafota Maraman Bara Duriitti, Lakk. 1

  • Mirga Warri Roomaa Abbootii Taayitaa Yihudootaatiif Yihudaatti Kennan, Onk.

  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha? Lakk. 5

  • Mulʼatawwan Addunyaa Hafuuraa, Lakk. 6

  • Namni Tokko Maasii Namaa Irratti Inkirdaada Facaasuu ni Dandaʼaa? Onk.

  • Simbirroota Irraa Barachuu, Lakk. 6

  • Waaqayyo Kadhannaa Hundaaf Deebii ni Kennaa? Lakk. 6

  • Yeroo Duunu Maal Taana? Lakk. 1

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA

  • Addunyaa Qoqqoodame Kana Keessatti Adda Taʼaa, Ebl.

  • Akkaataan Uffannaa Kee Waaqayyoof Ulfina ni Fidaa?  Fulb.

  • Amanamummaan Waaqayyo Biratti Fudhatama Namaaf Argamsiisa, Ebl.

  • Amantii Sobaa Jalaa Bilisa Baʼaniiru, Sad.

  • Amantii Waadaawwan Yihowaan Gale Irratti Qabdan Hojiidhaan Argisiisaa, Onk.

  • Amantii Wanta Abdattan Irratti Qabdan Jabeeffadhaa, Onk.

  • ‘Akka Obbolootaatti Wal Jaallachuu Keessan Itti Fufuuf’ Murteessaa! Ama.

  • Biyya Biraatti Yeroo Tajaajiltan Karaa Hafuuraa Akka hin Miidhamne Of Eeggadhaa, Onk.

  • ‘Dammaqnee Eeguu’ kan Qabnu Maaliifi? Ado.

  • “Dhaqaatii . . . Saba Hundumaa Keessaa Namoota Barattoota Godhaa,” Cam.

  • Dargaggootaa Cuuphamuuf Qophaaʼuu kan Dandeessan Akkamitti? Bit.

  • Dargaggootaa Cuuphamuuf Qophooftaniittuu? Bit.

  • Dargaggootaa, Amantii Keessan Cimsadhaa, Fulb.

  • Dogoggorri Warra Kaanii Akka Isin Gufachiisu hin Heyyaminaa, Wax.

  • Dubbii Waaqayyoo Wajjin Haala Wal Simuun Gurmaaʼuu, Sad.

  • Dubbii Yihowaatiif Iddoo Guddaa ni Kennituu? Sad.

  • Dukkana Keessaa Waamamuu, Sad.

  • Eebba Yihowaa Argachuuf Walʼaansoo Gochuu Keessan Itti Fufaa, Fulb.

  • Fakkeenya Namoota Yihowaa Wajjin Michummaa Cimaa Qabanii Hordofaa, Gur.

  • Gaaʼela—Akkaataa Itti Hundeeffamee fi Kaayyoo Isaa, Hag.

  • Gaaʼelli Kiristiyaanaa Milkaaʼina Akka Qabaatu Gochuu, Hag.

  • Gaarummaa Guddaadhaan Bilisa Baataniittu, Mud.

  • “Guyyaa Hundumaa Wal Jajjabeessuu Keessan Itti Fufaa,” Sad.

  • Hafuurri Waaqayyoo Hafuura Keenyaa Wajjin Walii Galee Dhugaa In Baʼa, Ama.

  • ‘Harki Keessan Lawwaassaʼee kan Gad Rarraʼu hin Taʼin!’ Fulb.

  • “Jabaatanii Dhaabachuun Hojii Isaa Fiixaan Akka Baasu Godhaa,” Ebl.

  • Karaa Hafuuraa Guddina Gochuun Si Barbaachisaa? Hag.

  • ‘Kennaan Waaqayyoo Inni Hammas Hin Jedhamne’ Jaalala Isaa Hordofuuf Isin Haa Kakaasu, Ama.

  • Kitaabni Qulqulluun Amma Iyyuu Jireenya Keessan Jijjiiraa Jiraa? Cam.

  • Misiraachoo Gaarummaa isa Guddaa Babalʼisaa, Ado.

  • Murtoowwan Dhuunfaa kan Gootan Akkamitti? Cam.

  • Namoota Gaarummaa Waaqayyoo Isa Guddaa Galataan Fudhatan, Ado.

  • ‘Nuyi Isinii Wajjin In Dhaqna,’ Ama.

  • Qophii Yihowaa Irraa Guutummaatti Fayyadamaa, Cam.

  • Suphe Dhooftuun Inni Guddaan Akka Isin Tolchu ni Heyyamtuu? Wax.

  • Tajaajiltoota Yihowaa Warra Amanamoo Taʼan Irraa Baradhaa, Gur.

  • Tokkummaa Keenya Cimsuu Irratti Hirmaachuu kan Dandeessu Akkamitti? Bit.

  • Walitti Buʼiinsi Yommuu Uumamu Jaalalaan Hiikaa, Cam.

  • Wantoota Utuu hin Taʼin, Mootummicha Barbaadaa, Ado.

  • Waaqayyoo Wajjin Hojjechuun Gammachuu Argamsiisa, Ama.

  • Waaqeffannaadhaaf Walitti Qabamuu kan Qabnu Maaliifi? Ebl.

  • “Waaqni Keenya Yihowaan Yihowaa Tokko Dha,” Wax.

  • Warra Kaan Leenjisuun Barbaachisaa Akka Taʼe Sitti Dhagaʼamaa? Hag.

  • “Warra Ormaatti Gaarummaa Argisiisuu hin Dagatinaa,” Onk.

  • Warri, Ijoolleen Keessan Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa, Fulb.

  • Yaaddoo Keessan Hundumaa Isa Irratti Gataa, Mud.

  • Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuu Kee Argisiisi, Gur.

  • Yihowaan “Michuu Koo” Jedhee Isa Waameera, Gur.

  • Yihowaan Akka Suphe Dhooftuutti Akka Nu Tolchu Hubachuu, Wax.

  • Yihowaan Saba Isaa Karaa Jireenyaa Irra ni Geggeessa, Bit.

  • Yihowaan Warra Cimsanii Isa Barbaaddataniif Gatii Isaanii ni Kenna, Mud.

SEENAA JIREENYAA

  • “Akaakuu Namootaa Hundaaf Waan Hundumaa” Taʼuu (D. Hopkiinsan), Mud.

  • Anis Fakkeenya Gaarii Taʼuuf Carraaqqii Godheera (T. Maakleeyin), Onk.

  • Dubartoonni Moloksee Turan Obbolaa Hafuuraa Waliif Taʼan (Feliisaa fi Araaseeliin), Ebl.

  • Gammachuun Kennuudhaan Argadhe (R. Paarkiin), Hag.

  • Namni Harka hin Qabne Tokko Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Fudhate (B. Martan), Lakk. 6

  • Yihowaan Milkaaʼina Akkan Argadhu Na Gargaareera (K. Roobisan), Onk.

YESUUS KIRISTOOS

  • Kan Dhiphatee fi kan Duʼe Maaliifi? Lakk. 2

YIHOWAA

  • “Hin Sodaatin. Ani Sin Gargaara,” Ado.

  • Maqaa, Lakk. 3

  • ‘Siif ni Yaada,’  Wax.