Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2018

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2018

Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe kan argisiisu

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA QOʼANNAA

KITAABA QULQULLUU

  • Qoʼannaa buʼa qabeessaa fi gammachiisaa gochuu, Ado.

JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

  • Namootaaf Gara laafina Qabaachuu, Ado.

  • Gammachuu—Waaqayyo Biraa Argama, Gur.

  • Gaarummaa—Dubbii fi Gochaan Argisiifama, Sad.

  • Obsa—Kaayyoo Qabaachuudhaan waa Dandaʼuu, Hag.

  • Nagaa—Argachuu kan Dandeessu Akkamitti? Cam.

  • “Namni Qajeelaan Waaqayyotti in Gammada,” Mud.

  • Humna Nagaa Gaafachuun Qabu, Wax.

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • 1918—Waggaa Dhibba Tokkoon Dura, Onk.

  • Midhaan Sassaabamu Baayʼee Dha! (Yuukreen), Cam.

  • Dhiironni Muudamtan Ximotewos Irraa Baradhaa, Ebla

  • Sanyiin Mootummichaa Inni Jalqabaa ni Facaafame (Poortugaal), Hag.

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Maadaagaaskaar, Ama.

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Maayaanmaar, Ado.

  • Kiristiyaanonni Maanguddoota Taatan— Yihowaan Amanamummaa Keessaniif Iddoo Guddaa Kenna, Fulb.

  • Haasaawwan Sabaa Misiraachicha Babalʼisaniiru (Aayerlaandi), Gur.

  • Yihowaadhaaf Kennaa Akkamii Kennuu Dandeenya? (buusiiwwan), Sad.

SEENAA JIREENYAA

  • Yihowaadhaaf Wanti Hundi ni Dandaʼama (Baashanbii Badibaayeef), Gur.

  • Jalqaba Irratti Hiyyeessa Kanan Ture Taʼus, Xumura Irratti Sooressa Taʼeera (Saamuʼel Heerdi), Cam.

  • Dhiphina Koo Hunda Keessatti Jajjabina Argadheera (Eedwaardi Baazleen), Wax.

  • Harki Koo Akka hin Laafne Murtoo Cimaa Godheen Ture (Maaksiim Daaniyleeykoon), Hag.

  • “Waaqayyo Wanta Gaarii” Nuuf Godheera (Jeen Maarii Bookaart), Mud.

  • Yihowaan Matumaa Na hin Gatne! (Eriikaa Neerar Biriit), Bit.

  • Yihowaan Murtoo Koo Naaf Eebbiseera (Chaarlis Moolhaan), Onk.

MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA

  • Saʼaatiin Meeqa? (Bara Kitaaba Qulqulluu), Fulb.

  • Waaqayyo Duratti Fudhatama Argachuu Dandaʼa Ture (Rehobiyaam), Wax.

  • Seerri Musee Falmii Hiikuuf Hojii Irra Oolaa? Ama.

  • Isxifaanos Yeroo Ariʼatamni Isa Irra Gaʼetti Tasgabbaaʼee Ture, Onk.

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • Phaawulos “gara samii isa sadaffaatti kan ol butamee” fi “gara jannataatti kan ol fudhatame” akkamitti? (2Qor 12:2-4), Mud.

  • Dhiirrii fi dubartiin utuu wal hin fuudhin waliin bulan koree murtiitti dhihaachuu qabuu? Ado.

  • Gargaartonni Sabaa Yesuus dubbate eenyufaa turan? Sad.

  • Phaawulos Moluu akka taʼetti fakkii kan kaafamu maaliifi? Bit.

  • Barreeffamoota keenya intarneetii irratti baasuun kan hin heyyamamne maaliifi? Ebla

  • Akki Faarfannaan 144:12-15 itti hiikame kan sirreeffame maaliifi? Ebla

MATA DUREWWAN QOʼANNAA

  • Hundumaa kan Dandaʼu Taʼus Namaaf Yaada, Fulb.

  • Yaada Yihowaa kan Ofii Keessanii Godhachaa Jirtuu? Sad.

  • Cuuphaa—Ulaagaa Kiristiyaanonni Guutuu Qaban, Bit.

  • Namaaf Yaaduu fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa, Fulb.

  • ‘Dhugaa Bitadhu Matumaas hin Gurgurin,’ Sad.

  • Adabni Jaalala Waaqayyo Nuuf Qabu Argisiisa, Bit.

  • Wanta Alaan Mulʼatu Irratti Hundooftanii hin Murteessinaa, Hag.

  • Odeeffannoo Guutuu Taʼe Qabdaa? Hag.

  • Yihowaa Akka Noh, Daaniʼelii fi Iyoob Beekanitti ni Beektaa? Gur.

  • “Caalaatti” wal Jajjabeessaa, Ebla

  • Namoonni Arjummaadhaan Kennan Gammadoo Dha, Hag.

  • Warri “Waaqa Gammadaa” Tajaajilan Gammadoo Dha, Fulb.

  • “Inni Warra Dadhabaniif Humna in Kenna”, Ama.

  • “Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe” Kabajaa, Mud.

  • “Isin Wantoota Kana yoo Beektanii fi yoo Hojii Irra Oolchitan Gammadoo Dha”, Fulb.

  • Amantii Qabaachuu fi Ajajamuu Ilaalchisee Fakkeenya Noh, Daaniʼelii fi Iyoob Hordofaa, Gur.

  • Fakkeenya Yihowaa Isa Waaqa Jajjabinaa Taʼee Hordofuu, Ebla

  • “Ani Dhugaa Kee Keessa Nan Deddeebiʼa,” Sad.

  • Yihowaan Namoota ‘Jabaatanii Dhaabachuudhaan Firii Godhatan’ ni Jaallata, Cam.

  • Jaalala Nama Ijaaru Argisiisuu Keessan Itti Fufaa, Fulb.

  • Diina Keessan Beekaa, Cam.

  • Seerrii fi Qajeelfamni Waaqayyoo Qalbii Keessan Akka Leenjisu Heyyamaa, Wax.

  • Yihowaadhaaf Ulfina Kennuuf “Ifni Keessan . . . haa Ifu”, Wax.

  • “Adaba Dhagaʼaa, Ogeessotas Taʼaa”, Bit.

  • Haalawwan yoo Jijjiiraman Iyyuu Nagaa Keenya Eeggachuu, Onk.

  • Akkuma Yihowaa fi Yesuus Tokkummaa Qaban, Hundi Keenya Tokkummaa haa Qabaannu, Wax.

  • Nama Hafuuraa Taʼuudhaan Fuulduratti Adeemaa! Gur.

  • “Mootummaan Koo Kutaa Addunyaa Kanaa Miti”, Wax.

  • Warra kan Taatan, Ijoolleen Keessan Guddina Argisiisanii Akka Cuuphaman Gargaaraa Jirtuu? Bit.

  • Tokkummaa Nama Gammachiisuu fi Ayyaana Yaadannoo, Ama.

  • Geggeessaa Keenya Kiristoositti Amanamaa, Onk.

  • Garaa Garummaa Namoota Gidduu Jiru Argaa, Ama.

  • “Jannata Keessatti Wal Argina!” Mud.

  • Yihowaa Isa Waaqa Bilisummaa Taʼe Tajaajilaa, Ebla

  • Dhugaa Dubbachuu, Onk.

  • Dhugaa Barsiisuu, Onk.

  • Gammachuudhaan Keessummaa Simachuu Amaleeffachuun Baayʼee Barbaachisaa Dha! Bit.

  • Daandii Bilisummaa Dhugaa Argamsiisu, Ebla

  • Yihowaa Amanadhu, Jiraadhus! Sad.

  • Nuti kan Yihowaa Ti, Ado.

  • Nama Hafuuraa Taʼuu Jechuun Maal Jechuu Dha? Gur.

  • Jaalala Akkamiitu Gammachuu Dhugaa Argamsiisa? Ama.

  • Iji Keessan Eessa Ilaalaa Jira? Ado.

  • “Yihowaa Cinaa kan Dhaabbatu Eenyu?” Ado.

  • Yaada Keessan Irratti Eenyutu Dhiibbaa Gochaa Jira? Sad.

  • Eenyu Biratti Beekamummaa Argachuu Barbaaddu? Ado.

  • Waaqa Waan Hundumaa Qabuuf Kennaa kan Kenninu Maaliifi? Ama.

  • ‘Firii Hedduu Godhachuu Keenya Itti Fufuu’ kan Qabnu Maaliifi?, Cam.

  • Guyyaa Hundumaa Yihowaa Wajjin Hojjedhaa, Hag.

  • Dargaggootaa—Jabaattanii Dhaabachuudhaan Diyaabilosiin Mormaa, Cam.

  • Dargaggoota, Jireenya Gammachuu Qabu Jiraachuu Ni Dandeessu, Mud.

  • Dargaggoota, Uumaan Keessan Gammadoo Akka Taatan Barbaada, Mud.

  • Dargaggootaa, Galmawwan Hafuuraa Irratti Xiyyeeffachaa Jirtuu? Ebla

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA SABAA

  • Waaqayyo Siif ni Yaadaa? Lakk. 3

  • Kitaabni Qulqulluun Bara Keenyaaf ni Hojjetaa? Lakk. 1

  • Yeroon Gara Fuulduraa Maal Fidee Dhufa? Lakk. 2