Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2023

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2023

Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe argisiisu

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA QOʼANNAA

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • 1923—Waggaa Dhibba Tokko Dura, Onk.

  • Huldaan Galma Ishiirra Geesse, Sad.

  • Namoota Hundaaf Garaa Laafuu, Mud.

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • Amantii maqaa Yihowaa fi olaantummaa isaa ilaalchisee qabnurratti sirreeffamni godhame ifa kan taʼe akkamitti? Hag.

  • Israaʼelonni yeroo lafa onaa keessa turanitti mannaa fi simbirroodhaan alatti wanta nyaatan qabu turanii? Onk.

  • Namichi “abalu” jedhame Ruutiin fuudhuun dhaala isaa isa “dhabsiisuu” akka dandaʼu kan dubbate maaliifi? (Ruut 4:1, 6), Bit.

  • Yoseefii fi Maariyaam Yesuus erga dhalatee booda Beetaliheem keessa jiraachuu isaanii kan itti fufan maaliifi? Wax.

JIREENYAA FI AMALOOTA KIRISTIYAANAA

  • Dhugaatii Alkooliitiif Ilaalcha Waaqayyo Qabu Qabaadhaa, Mud.

  • Hiriyaan Gaaʼelaa Kee Poornoogiraafii yoo Ilaale Maal Gochuu Dandeessa? Hag.

  • Jaalala Isaanitti Argisiisaniiru, Gur.

KANA BEEKTAA?

  • Xuubiiwwan jijjigaa Baabilon durii keessatti argamanii fi malli xuubiiwwan kun itti tolfaman Kitaabni Qulqulluun dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessan akkamitti? Ado.

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA

  • Abdiin Kee ni Raawwatama, Mud.

  • ‘Ajajamuuf Qophoofteettaa’? Onk.

  • Akkuma Pheexiros Abdii hin Kutatinaa, Ful.

  • Akkuma Saamson Yihowaatti Amanami, Ful.

  • Amantii fi Hojiin Qajeelummaa Argamsiisa, Mud.

  • Amantii Waadaa Yihowaan Addunyaa Haaraa Fiduuf Galerratti Qabnu Cimsachuu, Ebla

  • Baʼaa Kee Baadhu, Kaanimmoo Ofirraa Gati, Hag.

  • Cuuphaadhaaf Qophaaʼuu kan Dandeessu Akkamitti? Bit.

  • Cuuphamuu kan Qabdu Maaliifi? Bit.

  • “Daandii Qulqullummaa” Irra Deemuu Kee Itti Fufi, Cam.

  • “Dandeettii Hubannaa Keessanii Eeggadhaa, Dammaqoo Taʼaa!” Gur.

  • Dargaggoota, Jireenya Akkamii Jiraachuu Barbaaddu? Ful.

  • Dinqiiwwan Yesuus Raawwaterraa Maal Baranna? Ebla

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qori, Onk.

  • ‘Dubbiin Waaqayyoo Dhugaa’ Taʼuu Isaa Amani, Ama.

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Keerraa Caalaatti Fayyadami, Gur.

  • Fakkeenya Daaniʼelirraa Baradhu, Hag.

  • Galmawwan Hafuuraa Baafatterra Gaʼuu ni Dandeessa, Cam.

  • Garraamota Taʼuudhaan Cimina Keessan Argisiisaa, Ful.

  • Guyyaa Yihowaa Qophaaʼoo Taʼaa Eegaa, Wax.

  • “Inni Isin Jabeessa”—Akkamitti? Onk.

  • Jaalala Kee Guddifadhu, Ado.

  • Jaalala Waliif Qabnu Cimsachuu Keenya Itti haa Fufnu, Sad.

  • “Jaalalli Kiristoos Nu Dirqisiisa,” Ama.

  • Jaarsoliin, Fakkeenya Giidewonirraa Baradhaa, Wax.

  • “Jabaadhaa Dhaabbadhaa, hin Sochoʼinaa,” Ado.

  • Jireenya Isa Kennaa Waaqayyoo Taʼe Dinqisiifadhu, Gur.

  • Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Abbaa Kitaabichaa Maal Nu Barsiisa? Gur.

  • ‘Laboobni Yaah’ Bobaʼuu Isaa Akka Itti Fufu Godhaa, Cam.

  • Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa, Onk.

  • “Namoonni Hundi Akka Isin Barattoota Koo Taatan Kanaan ni Beeku,” Bit.

  • “Obboleessi Kee ni Kaʼa”! Ebla

  • Obboleettonni Dargaggoonni, Kiristiyaanota Bilchina Qabdan Taʼaa, Mud.

  • Obboloonni Dargaggoonni, Kiristiyaanota Bilchina Qabdan Taʼaa, Mud.

  • Obsuu Kee Itti Fufi, Hag.

  • Qabiyyee Kadhannaa Keenyaa Fooyyessuu, Cam.

  • Raajii Kitaaba Qulqulluurraa Baradhaa, Hag.

  • Rakkina Guddaadhaaf Qophoofteettaa? Ado.

  • “Sammuu Keessan Haaressuudhaan Jijjiiramaa,” Ama.

  • Waaʼee Yihowaa Ijoollee Keessan Barsiisuuf Uumamatti Fayyadamaa, Bit.

  • Waaʼee Yihowaa Uumamarraa Caalaatti Baradhu, Bit.

  • Waaqayyoon Sodaachuudhaan Faayidaa Argachuu Keessan Itti Fufaa, Wax.

  • Walgaʼiiwwan Gumiirratti Wal Jajjabeessaa, Ebla

  • Xalayaawwan Pheexiros Barreesse Lamaanirraa Maal Baranna? Ful.

  • Yaada Ofiitti kan hin Cichine Taʼuudhaan Yihowaa Fakkaadhaa, Ado.

  • Yeroo Rakkinaatti Yihowaan Akka Si Gargaaru Amani, Sad.

  • Yihowaa Sodaachuu kan Qabnu Maaliifi? Wax.

  • Yihowaan Akka Milkooftu Si Gargaara, Ama.

  • Yihowaan Carraaqqii Ayyaana Yaadannoo Kabajuuf Goonu Nuuf Eebbisa, Ama.

  • Yihowaan Kadhannaa Keenyaaf Deebii kan Kennu Akkamitti? Cam.

  • Yihowaan Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa? Sad.

  • Yihowaan Lafa Jannata Akka Godhu Nuuf Mirkaneesseera, Sad.

  • Yihowaan Yeroo Rakkinni hin Eegamne Si Mudatu Si Gargaara, Ebla

SEENAA JIREENYAA

  • Gammachuu fi Barumsa Yihowaa Tajaajiluudhaan Argamu (Reyinoo Keeski), Wax.

  • Namoonni Amanamoon Yeroo Dagaagan Argeera (Roobarti Laandis), Gur.

  • Warra Kaaniif Xiyyeeffannaa Kennuun Eebba Umurii Guutuu Turu Argamsiisa (Raasil Reed), Ado.

  • Yihowaatti Amanamuudhaan Nagaa Dhugaa Argachuu Dandaʼeera (Israaʼel Itaajobii), Sad.

YAADAWWAN QOʼANNAADHAAF TAʼAN

  • Barreeffamoota Qorannaadhaaf Taʼanii fi LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA Argaman, Cam.

  • Caqasoota Ibsi Irratti Kennamee fi Barreeffama Qorannaarratti Argamutti Fayyadamuu, Ebla

  • “Faarfannaa Hafuuraa” Sammuutti Qabachuuf Yaali (jw.org), Sad.

  • Gilgaalota Ijoollee (jw.org), Ful.

  • Kutaa “Wanta Haaraa” Jedhutti Fayyadamuu (JW Library® fi jw.org), Bit.

  • Mata Dureewwan Beeksifaman Argachuu (jw.org), Gur.

  • Mata Dureewwan Dabalataa Masaraa Eegumsaarratti Baʼan (JW Library®), Wax.

  • Seenaa Jireenyaa Obbolootaa fi Obboleettotaa, Ama.

  • Sirreeffama Hubannaa Qabnurratti Godhame Hordofuu (Indeeksii Barreeffamoota Waldaa Masaraa Eegumsaa ykn Barreeffama Qorannaa), Onk.

  • Waaʼee Amaloota Yihowaa Caalaatti Baradhu (Indeeksii Barreeffamoota Waldaa Masaraa Eegumsaa ykn Barreeffama Qorannaa), Hag.

  • Wantoota Dursa Kennituuf Adda Baafadhu, Ado.

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA SABAA

  • Fayyummaa Sammuu—Gargaarsa Kitaaba Qulqulluurraa Argamu, Lakk. 1

DAMMAQAA!

  • Lafti Badiisarraa ni Ooltii? Sababii Abdiidhaan Itti Eeggannu, Lakk. 1