MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2024
Maxxansi kun mata dureewwan Guraandhala 3–Bitootessa 2, 2025tti qoʼataman qabateera.
MATA DUREE QOʼANNAA 48
Daabboo Dinqiidhaan Argamerraa Maal Baranna?
Torban Guraandhala 3-9, 2025 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 49
Jireenya Barabaraa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?
Torban Guraandhala 10-16, 2025 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 50
Warri, Ijoolleen Keessan Amantiisaanii Akka Cimsatan Gargaaraa
Torban Guraandhala 17-23, 2025 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 51
Yihowaan Imimmaan Kee ni Arga
Torban Guraandhala 24–Bitootessa 2, 2025 keessatti kan qoʼatamu.
SEENAA JIREENYAA
Barachuu Dhaabee hin Beeku
Jooʼeel Adaamsi waggaa 80 oliif tajaajila Yihowaa keessatti gammachuudhaan jabaatee dhaabbachuuf wanta isa gargaare seenessa.
Gaaffii Dubbistootaa
Ximotewos Tokkoffaa 5:21 irratti “maleekota filataman” kan jedhaman eenyufaʼi?
Ni Yaadattaa?
Maxxansawwan Masaraa Eegumsaa dhiheenya kanaa akka gaariitti dubbisteettaa? Mee wanta yaadattu ilaali.
Namoonni Amanamoon Wareegasaanii ni Raawwatu
Seenaa waaʼee Yiftaa fi intalasaa dubbaturraa maal baranna?