MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2023
Maxxansi kun mata dureewwan Muddee 11, 2023–Amajjii 7, 2024tti qoʼataman qabateera.
1923—Waggaa Dhibba Tokko Dura
Barri 1923 bara Barattoonni Kitaaba Qulqulluu baayʼee itti jajjabaatanidha; waaqeffannaan isaanii fi hojii lallabaa isaaniirrati tokkummaan isaanii ifatti mulʼateera; yeroo harʼaatti tokkummaan akkasii waaqeffannaa dhugaa adda baasee beeksisa.
MATA DUREE QOʼANNAA 42
‘Ajajamuuf Qophoofteettaa’?
Torban Muddee 11-17, 2023 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 43
“Inni Isin Jabeessa”—Akkamitti?
Torban Muddee 18-24, 2023 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 44
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qori
Torban Muddee 25-31, 2023 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 45
Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa
Torban Amajjii 1-7, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
Gaaffii Dubbistootaa
Israaʼelonni yeroo lafa onaa keessa turanitti mannaa fi simbirroodhaan alatti wanta nyaatan qabu turanii?