MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2017

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Sadaasa 27 hanga Muddee 24, 2017⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

SEENAA JIREENYAA

Wanta Yihowaan Ajaje Raawwachuudhaan Eebba Ani Argadhe

Bara1952, Ooliiv Maatiwuusii fi abbaan manaa ishii mirga kibba Aayerlaanditti qajeelchaa akka taʼan isaaniif kenname fudhatan. Yihowaan akkamitti isaan eebbise?

“Hojii fi Dhugaadhaan Wal Jaallachuu”

Jaalalli keenya guutummaatti garaadhaa kan maddee fi fakkeessaa irraa walaba taʼuu isaa argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Dhugaan, ‘Goraadee Malee Nagaa Hin Fidu’

“Goraadee” Yesuus akka fidu dubbate maali dha? Kuni hoo si irratti dhiibbaa akkamii geessisa?

Yoseef Namni Armaatiyaa Tarkaanfii Fudhateera

Namni kun eenyu? Yesuusii wajjin walitti dhufeenya akkamii qaba ture? Seenaan isaa xiyyeeffannaa kee kan hawwatu maaliifi?

Mulʼanni Zakaariyaas kan Si Ilaallatu Akkamitti?

Macaafa maramaa balaliʼu, dubartii quunnaa keessatti itti qadaadame, dubartoota qoochoo allaattii guddaa fakkaatu qabanii fi qilleensa irra balaliʼan lama. Waaqayyo mulʼatawwan dinqisiisoo kana Zakaariyaasitti kan argisiise maaliifi?

Konkolaattonnii fi Gonfoon Si Eegu

Tulluuwwan sibiila boorrajjii, konkolaattota lolaa, angafa lubaa mootii taasifame. Mulʼanni Zakaariyaas inni dhumaa saba Waaqayyootiif maal mirkaneessa?

Gocha Gaarummaa Kiristiyaana Tokkoo

Gochi gaarummaa tokko namni mormu tokko dhugaa Kitaaba Qulqulluutiif fedhii akka qabaatu kan gargaare akkamitti?

Kana Beektaa?

Barsiifanni Yihudootaa Yesuus kakachuu akka balaaleffatu godhe isa kami dha?