MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Muddee 2-29, 2019⁠tti qoʼataman qabateera.

1919—Waggoota Dhibba Tokkoon Dura

Bara 1919⁠tti Yihowaan sabni isaa haala kanaan dura taʼee hin beekneen akka lallaban jajjabeesseera. Jalqaba garuu Barattoonni Kitaaba Qulqulluu jijjiirama gochuun isaan barbaachiseera.

Murtii Waaqayyoo—Waaqayyo Yeroo Hunda Akeekkachiisa Gaʼaa Taʼe ni Kennaa?

Yihowaan namoonni lafa irra jiraatan “obomboleettii” isa odeeffannoo haala qilleensaa irraa namoonni dhaggeeffatan caalaa badiisa guddaa geessisu akeekkachiisaa jira. Akkamitti?

“Guyyoota Dhumaa” Kanatti Hojiidhaan kan Qabamtan Taʼaa

Dhuma “guyyoota dhumaatti” taʼeewwan akkamiitu raawwatama? Taʼeewwan kana eegaa yommuu jirru kanatti Yihowaan maal akka goonu nu irraa eega?

Yeroo ‘Rakkina Guddaatti’ Amanamoo Taʼaa Jiraadhaa

Yihowaan yeroo ‘rakkina guddaatti’ maal akka goonu nu irraa eega? Amanamoo taanee jiraachuuf amma of qopheessuu kan dandeenyu akkamitti?

Yihowaan Maal Akka Taatu Si Gargaara?

Yihowaan bara duriitti tajaajiltoonni isaa fedha akka qabaatanii fi hojiidhaaf akka kakaʼan isaan godheera. Yihowaan yeroo harʼaa akka isa tajaajilluuf kan nu hidhachiisu akkamitti?

Yihowaa Qofa Waaqeffadhaa

Kallattiiwwan jireenya keenyaa Yihowaa qofa waaqeffachaa akka jirru beekuuf nu gargaaran lama ilaali.