Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

GAAFFII DARGAGGOOTAA

Yeroo Hunda Wanta Dogoggoraa Kanan Dubbadhu Maaliifi?

Dubbachuu kee dura itti yaaduuf gorsa kamtu si gargaaruu dandaʼa?

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.

GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Abbootiin Humnaa Ilma Kootti yoo Roorrisan Maalan Godha?

Ijoolleen keessan yommuu itti roorrifamu maal gochuu akka qaban barsiisuuf tarkaanfii isin gargaaruu dandaʼu afur.

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > GAAʼELAA FI MAATII > IJOOLLEE GUDDISUU jedhu jalaa ilaali.