MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Muddee 9, 2024–Amajjii 5, 2025tti qoʼataman qabateera.

1924—Waggaa Dhibba Tokko Dura

Bara 1924tti Barattoonni Kitaaba Qulqulluu misiraachicha lallabuusaanii itti fufuuf malawwan ija jabina gaafatanitti fayyadamaniiru.

MATA DUREE QOʼANNAA 40

Yihowaan “Warra Garaan Isaanii Cabe ni Fayyisa”

Torban Muddee 9-15, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 41

Guyyoota Dhumaa 40n Yesuus Lafarratti Dabarserraa Maal Baranna?

Torban Muddee 16-22, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 42

Obboloota “Kennaa” Taʼan Akka Dinqisiifattan Argisiisaa

Torban Muddee 23-29, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 43

Shakkii Kee Balleessuu kan Dandeessu Akkamitti?

Torban Muddee 30, 2024–Amajjii 5, 2025. . . keessatti kan qoʼatamu.

Kana Beektaa?

Israaʼelonni durii muuziqaadhaaf iddoo akkamii kennu turan?

Gaaffii Dubbistootaa

Ol dheerinni barandaa mana qulqullummaa Solomoon hammam ture?

Qabxiilee Ijoo Irra Deebiʼi

Wanta reefu qoʼatte yaadachuun si rakkisee beekaa? Maarree wanti si gargaaruu dandaʼu maalidha?