MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2017

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Sadaasa 27 hanga Muddee 25, 2017 hanga Amajjii 28, 2018⁠tti qoʼataman kan qabate dha.

Gammachuudhaan Faarfadhaa!

Gumii keessatti faarfachuun kan si qaanessu yoo taʼe, miira kana moʼuu kan dandeessu akkamitti? Sagalee kee hoo Yihowaa jajachuuf itti fayyadamuu kan dandeessu akkamitti?

Yihowaatti Kooluu Galtaniittuu?

Israaʼel durii keessatti qophiin magaalota kooluu akka itti galaniif godhame waaʼee dhiifama Yihowaa nu barsiisa.

Haqaa fi Araara Qabaachuu Irratti Fakkeenya Yihowaa Hordofaa

Magaalonni kooluu itti galan gara laafina Yihowaa kan argisiisan akkamitti? Ilaalcha inni lubbuudhaaf qabu ilaalchisee hoo maal nu barsiisu? Haqa isaa isa guddaa kan calaqqisiisani hoo akkamitti?

‘Namni Arjaan In Eebbifama’

Yeroo, humnaa fi qabeenya keenya hojii Mootummicha lallabuu deggeruuf itti fayyadamuu dandeenya.

Ilaalcha Addunyaa Of Irraa Fageessaa

Hundi keenya ilaalchawwan beekamoo sammuu keenya mancaasan of irraa fageessuu qabna. Fakkeenyawwan ilaalcha addunyaa calaqqisiisan shan ilaalaa.

Wanti Kam Iyyuu Badhaasicha Akka Isin Dhabsiisu Hin Heyyaminaa

Phaawulos ergamaan Kiristiyaanota hidhata isaa taʼan waaʼee abdii dinqisiisaa qaban erga ibsee booda jaalalaan kakaʼee akeekkachiisa tokko tokko isaaniif kenneera.

Gumii Kee Isa Haaraatti Itti Baruu kan Dandeessu Akkamitti?

Gumii kan biraa deemteetta yoo taʼe sodaan sitti dhagaʼama taʼa. Itti baruuf maaltu si gargaaruu dandaʼa?