MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Amajjii 6–Guraandhala 2, 2025tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 44

Jalʼina Haqaa Dandamachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Torban Amajjii 6-12, 2025 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 45

Dubbii Namoonni Amanamoon Dhumarratti Dubbatanirraa Maal Baranna?

Torban Amajjii 13-19, 2025 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 46

Obbolootaa—Tajaajilaa Gumii Taʼuuf Carraaqaa Jirtuu?

Torban Amajjii 20-26, 2025 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 47

Obbolootaa—Jaarsa Taatanii Tajaajiluuf Carraaqaa Jirtuu?

Torban Amajjii 27–Guraandhala 2, 2025 keessatti kan qoʼatamu.

SEENAA JIREENYAA

Yeroo Waraanaattis Taʼe Yeroo Nagaatti Yihowaan Nu Jabeesseera

Pool Kiruudasii fi haati manaasaa Aan yeroo waraanaattis taʼe yeroo rakkinni cimaan kan biraan isaan mudatetti Yihowaan akkamitti akka isaan deggeree fi akka jabeesse dubbataniiru.

Dhaabbataadhaan Qoʼachuuf Maaltu Si Gargaara?

Yaadawwan qoʼannaa dhuunfaa kee dhaabbataa fi gammachiisaa gochuuf si gargaaran afur.

Haala Gaarii Itti Qoʼattu Mijeeffadhu

Gorsawwan yeroo qoʼattutti xiyyeeffannaa kee sassaabbachuuf si gargaaran sadii ilaali.