Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan

GAAFFII DARGAGGOOTAA

Gochi Hafuurota Xuraaʼoo Wanta Miidhaa hin Qabnedhaa?

Namoonni hedduun waaʼee urjii lakkaaʼuu, waaʼee vaampaayerootaa, hooda dubbachuu fi waaʼee zoombii beekuuf hawwiin isaan qaban guddachaa dhufeera. Waaʼee balaawwan isaa wanti beekuu qabdu maali dha?

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.

KANA BEEKTAA?

Qorannoo Arkiʼooloojii Daawit Mootichi Dhugumaan Akka Jiraate Argisiisu

Qeeqxonni tokko tokko mootiin Israaʼel Daawit jedhamu matumaa hin jiraanne jedhanii mormu. Maarree arkiʼooloojistoonni maal argatan?

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SEENAA FI KITAABA QULQULLUU > KITAABNI QULQULLUUN GAMA SEENAATIIN SIRRII DHA jedhu jalaa ilaali.