MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2018

Maxxansi q⁠o⁠ʼannaa kun mata dureewwan Ebla 2 hanga 29, 2018 q⁠o⁠ʼataman kan qabate dha.

Amantii Qabaachuu fi Ajajamuu Ilaalchisee Fakkeenya Noh, Daaniʼelii fi Iyoob Hordofaa

Rakkoowwan nu mudatan namoota amanamoo kanas mudataniiru. Amanamoo taʼanii akka jiraatan maaltu isaan gargaare?

Yihowaa Akka Noh, Daaniʼelii fi Iyoob Beekanitti ni Beektaa?

Namoonni kun Waaqa Hundumaa Dandaʼu kan beekan akkamitti? Beekumsi kun kan isaan fayyade akkamitti? Amantii akka isaanii horachuu kan dandeenyu akkamitti?

SEENAA JIREENYAA

Yihowaadhaaf Wanti Hundi ni Dandaʼama

Jechoonni nama gammachiisan biyya Kirgistaanitti atoobisii keessatti dhagaʼaman muraasni jireenya hiriyoota gaaʼelaa tokkoo jijjiiraniiru.

Nama Hafuuraa Taʼuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Kitaabni Qulqulluun amalawwan “namni hafuuraa” qabu, akkasumas wanti ‘nama hafuuraa’ “nama foonii” irraa adda baasu maal akka taʼe ni ibsa.

Nama Hafuuraa Taʼuudhaan Fuulduratti Adeemaa!

Beekumsa Kitaaba Qulqulluu qabaachuun kee qofti nama hafuuraa akka taatu hin godhu. Wanti barbaachisu kan biraan maali dha?

Gammachuu—Amala Waaqayyo Irraa Argannu

Guyyaa hundumaa rakkinni si mudatu gammachuu kee akka si jalaa balleesse yoo sitti dhagaʼame, gammachuu kee deebifachuuf maal gochuu dandeessa?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Aayerlaandi Keessatti Haasaawwan Sabaa Misiraachicha Babalʼisaniiru

Midhaan ‘bilchaatee fi haammamuuf gaʼee’ akka ture obboleessa keenya Raasil kan amansiise maali dha?