Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti baʼan

Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti baʼan

FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA

“Michummaa Cimaadhaan Walitti Maxxanan”

Namoonni akkaataa guddinaa fi umurii garaa garaa qaban lama michummaa cimaa akkasii kan uuman akkamitti? Muuxannoon isaanii yeroo harʼaa michummaa uumuuf si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > WAAQAYYOTTI AMANUU > FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA jedhu jalaa ilaali.

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Akkaataa Goondaan Kaarpeentar Aanti Jedhamu Anteenaa Isaa Itti Qulqulleessu

Ilbiisni xinnoon kun lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufuuf anteenaa isaa qulqulleessuun isa barbaachisa. Hojii barbaachisaa taʼe kana kan raawwatu akkamitti?

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SAAYINSII FI KITAABA QULQULLUU > QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? jedhu jalaa ilaali.