MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2019

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Guraandhala 3–Bitootessa 1, 2020⁠tti qoʼataman qabateera.

Hojjechuunis Taʼe Boqochuun Yeroo Qaba

Mata dureen kun guyyaa Sanbataa Israaʼelootaaf kenname akka fakkeenyaatti fayyadamuudhaan ilaalcha hojii fi boqonnaadhaaf qabnu qoruuf nu gargaara.

Yihowaan Bilisummaa Isiniif Kenna

Iyobeeliyuun bara durii qophii Yihowaan bilisummaa nuu kennuuf godhe nu yaadachiisa.

Gaaffii Dubbistootaa

Seericha jalatti namni tokko dubartii kaadhimatamte “bakkee keessatti” yoo gudeedee fi yoo iyyite ishiin bilisa taati, inni garuu itti gaafatama. Maaliifi?

Gaaffii Dubbistootaa

Seexanni Hewaan muka beekumsaa gaarii fi hamaa irraa yoo nyaatte akka hin duune yeroo ishiitti dubbatetti, yaada lubbuun hin duutu jedhuu fi yeroo harʼaatti baramaa taʼe ishiitti himee turee?

Yihowaa Hammam Beektu?

Yihowaa beekuu jechuun maal jechuu dha? Isa wajjin hariiroo cimaa uumuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe ilaalchisee Musee fi Daawit Mooticha irraa maal baranna?

Warra kan Taatan—Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa

Warri ijoolleen isaanii Yihowaa akka jaallatanii fi akka tajaajilan leenjisuu kan dandaʼan akkamitti?

“Waan Hundumaatiif Galateeffadhaa”

Sababiiwwan amala galateeffannaa horachuun akka nu fayyadu argisiisan hedduun jiru.

Ni Yaadattaa?

Maxxansawwan Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼan dubbisteettaa? Wanta yaadattu ilaali.

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2019

Baafata mata duree barruu Masaraa Eegumsaa bara 2019tti maxxanfame hundaa, mata dureedhaan tarreeffamaniiru.