Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan
GAAFFII DARGAGGOOTAA
Yeroo Kootti Sirriitti Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Gorsawwan yeroo kee akka hin qisaasessine si gargaaruu dandaʼan shanan.
Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.
QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?
Hapheen barnaakilootaa haphee nam-tolchee kam irra iyyuu baayʼee akka caalu dubbatama. Akkaataan itti inni lafa jiidhaa taʼetti qabatu garuu hamma yeroo dhihootti iccitii taʼee tureera.
Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SAAYINSII FI KITAABA QULQULLUU > QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? jedhu jalaa ilaali.