Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2019
Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe kan argisiisu
MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA QOʼANNAA
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
GAAFFII DUBBISTOOTAA
Barumsi lubbuun hin duutu jedhu dhaaba Eeden keessatti jalqabee? (Uma 3:4), Mud.
Dubartiin “bakkee keessatti” gudeedamte takka ragoonni lama utuu hin jiraatin bilisa akka taate kan ishiidhaaf murteeffamu maaliifi? (Kes 22:25-27), Mud.
JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA
Amantii—Amala Nama Cimsu, Hag.
“Waan Hundumaatiif Galateeffadhaa” Mud.
Dansummaa—Amala Kana Akkamitti Horachuu Dandeessa? Bit.
Barumsa Gammachuu Keenya Eegnee Jiraachuuf Nu Gargaaru (Yohaannis Cuuphaa), Hag.
KITAABA QULQULLUU
Maraan Barreeffama Durii Tokko Ni “Hiikame,” Wax.
MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA
Manni sagadaa Yihudootaa akkamitti jalqabe, Gur.
Kiyyoo Seexanaa Irraa Eegumsa Argachuu (poornoogiraafii), Wax.
Bara Duriitti Gaʼee Bulchitoonni Qaban, Sad.
Imala Doonii Bara Duriitti Ture, Ebla
MATA DUREWWAN QOʼANNAA
Gargaarsa Yihowaatiin Hafuurota Hamoo Mormaa, Ebla
Haala Haaraa Wajjin Wal Baruun kan Dandaʼamu Akkamitti? Hag.
Tajaajila Keessan Guutummaatti Raawwachaa Jirtuu? Ebla
‘Gaachana Amantii Keessan Isa Guddaa’ Eeggachaa jirtuu? Sad.
Armaagedoon Misiraachoo Dha! Fulb.
Dhumni Dhufuu Isaa Dura Michummaa Cimaa Uumuuf Carraaqqii Godhaa, Sad.
“Gara Koo Kottaa, Anis Boqonnaa Isiniif nan Kenna,” Fulb.
‘Hojii Jalqabdan Fiixaan Baasaa,’ Sad.
“Ani Waaqayyo Kee Ti hin Naʼin!,” Ama.
‘Ogummaa Addunyaa Kanaatiin’ hin Gowwoomfaminaa, Cam.
Yihowaa Qofa Waaqeffadhaa, Onk.
“Dhaqaatii . . . Barattoota Godhaa,” Ado.
Warri Kaan Dhiphina Akka Dandamatan Gargaaraa, Wax.
Garaa Keenya Eeggachuu kan Dandeenyu Akkamitti? Ama.
Hafuurri Qulqulluun kan Nu Gargaaru Akkamitti? Sad.
Yihowaa Hammam Beektu? Mud.
Fakkeenya Yesuus Hordofuudhaan Nagaa Keessan Eeggadhaa, Ebla
Barsiifata Qoʼannaa Keessan Guddifadhaa! Cam.
Yihowaan Bilisummaa Isiniif Kenna, Mud.
Yihowaan Tajaajiltoota Isaa Warra Gad Of Qabaniif Iddoo Guddaa Kenna, Fulb.
“Guyyoota Dhumaa” Kanatti Hojiidhaan kan Qabamtan Taʼaa, Onk.
Dhorkaa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuu Keessan Itti Fufaa, Ado.
Amanamummaa Keessan Eeggadhaa! Gur.
Kitaaba Lewwootaa Irraa Barumsa Akkamii Argachuu Dandeenya? Sad.
Jaalalli Keessan Akka Guddatu Godhaa, Hag.
Sagalee Yihowaa Dhaggeeffadhaa, Bit.
“Kunoo, Tuuta Uummataa Guddaa,” Fulb.
“Namni Kam Iyyuu, . . . Boojiʼee Akka Isin hin Fudhanne Of Eeggadhaa”! Wax.
Jaalalaa fi Haqa Israaʼel Durii Keessatti, Gur.
Jaalalaa fi Haqa Gumii Kiristiyaanaa Keessatti, Cam.
Jaalalaa fi Haqa, Yommuu Hamminni Nu Mudatu, Cam.
Yaadawwan Beekumsa Waaqayyoo Morman Hunda Garagalchaa! Wax.
Warra kan Taatan—Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa, Mud.
Gumii Keessatti Yihowaa Jajadhaa, Ama.
Ariʼatamaaf Ammuma Qophaaʼaa, Ado.
Warra Miidhaan Irra Gaʼe Jajjabeessuu, Cam.
Garaa Namoota Waaqayyotti hin Amannee Tuquu, Ado.
Fedhiidhaan Yihowaadhaaf Bitamaa, Fulb.
Yeroo Dhiphinni Isin Irra Gaʼu Yihowaatti Amanamaa, Wax.
Garraamummaa Barbaaduudhaan Yihowaa Gammachiisaa, Gur.
Miira Warra Kaaniitiif Akka Yaaddan Argisiisaa, Bit.
Tajaajila Irratti Miira Namootaa Akka Hubattan Argisiisaa, Bit.
Yeroo ‘Rakkina Guddaatti’ Amanamoo Taʼaa Jiraadhaa, Onk.
Hojjechuunis Taʼe Boqochuun Yeroo Qaba, Mud.
‘Namoonni Isin Dhagaʼan’ ni Oolu, Hag.
Dhugaa Waaʼee Duʼaa Ibsu Deggeraa, Ebla
“Nuti Abdii hin Kutannu”! Hag.
Irbaata Salphaa Tokko Irraa Waaʼee Mootii Keenya isa Samii Maal Baranna? Ama.
Walgaʼiiwwan Irratti Argamuun Keenya Waaʼee Keenya Maal Ibsa? Ama.
Akkan hin Cuuphamne Wanti Na Dhowwu Maali Dha? Bit.
Yihowaan Maal Akka Taatu Si Gargaara? Onk.
Galateeffachuu kan Qabnu Maaliifi? Gur.
SEENAA JIREENYAA
Yihowaan Hamma Ani Yaade Caalaa Na Eebbiseera (Maanfireed Toonaak), Ado.
Dhaalli Kiristiyaanaa Karaa Hafuuraa Akkan Guddadhu Na Gargaareera (Wuudwoorz Miils), Gur.
“Callee Gatii Guddaa Qabu” Arganneerra (Wiinistaanii fi Paamilaa Peeyin), Ebla
YESUUS KIRISTOOS
Kan Duʼe Dhuguma Anaaf Turee? Ado.
YIHOWAA