MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Waxabajjii 2018

Maxxansi qoʼannaa kun mata dureewwan Hagayya 6 hanga Fulbaana 2, 2018 qoʼataman kan qabate dha.

“Mootummaan Koo Kutaa Addunyaa Kanaa Miti”

Ejjennoon Yesuus falmii bara isaatti tureef qabu ture, ilaalcha nuti dhimmoota siyaasaa fi hawaasaaf qabnu irratti dhiibbaa kan gochuu kan qabu akkamitti?

Akkuma Yihowaa fi Yesuus Tokkummaa Qaban, Hundi Keenya Tokkummaa haa Qabaannu

Tokkummaan saba Waaqayyoo gidduu jiru akka cimu gochuuf maal gochuu dandeessa?

Waaqayyo Duratti Fudhatama Argachuu Dandaʼa Ture

Fakkeenyi Rehobiyaam isa mootii Yihudaa taʼe, Waaqayyo adda durummaadhaan tokkoon tokkoon keenya irraa maal akka barbaadu hubachuuf nu gargaara.

Seerrii fi Qajeelfamni Waaqayyoo Qalbii Keessan Akka Leenjisu Heyyamaa

Waaqayyo qalbii kan nuuf kenne taʼus, karaa sirrii irra nu qajeelchuu isaa garuu mirkaneeffachuu qabna.

Yihowaadhaaf Ulfina Kennuuf “Ifni Keessan . . . haa Ifu”

Misiraachoo lallabuu malees wanta dabalataa gochuun qabnu jira.

SEENAA JIREENYAA

Dhiphina Koo Hunda Keessatti Jajjabina Argadheera

Eedwaardi Baazleen rakkinni maatii, mormiin amantii, haalli abdii nama kutachiisuu fi dhiphinni isa mudateera.

Humna Nagaa Gaafachuun Qabu

Nagaan gaafatamu gabaabaa taʼu illee buʼaa guddaa argamsiisuu dandaʼa.

Ni Yaadattaa?

Gaaffiiwwan barruulee Masaraa Eegumsaa dhiheenya baʼan irratti hundaaʼan kana deebisuu ni dandeessa dubbisteettaa?