Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qabiyyee

Qabiyyee

Qabiyyee

Guraandhala 15, 2008

Mataduree Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Bitootessa 17-23, 2008

Yeroo Hunda Yihowaa Fuulakee Dura Kaa’adhu

FUULA 3

FAARFANNAA: 16 (37), 9 (26)

Bitootessa 24-30, 2008

Karaa Yihowaarra Adeemi

FUULA 7

FAARFANNAA: 58 (138), 27 (57)

Bitootessa 31, 2008–Ebla 6, 2008

Misiyoonii Isa Guddaa Kan Ta’e Yesus Kiristos

FUULA 12

FAARFANNAA: 76 (172), 33 (72)

Ebla 7-13, 2008

Fakkeenya Misiyoonii Isa Guddaa Hordofaa

FUULA 16

FAARFANNAA: 93 (211), 92 (209)

Ebla 14-20, 2008

Argamuun Kiristos Hiika Maalii Siif Qaba?

FUULA 21

FAARFANNA: 74 (168), 8 (21)

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11

Yaadawwan Macaafa Qulqulluurratti xiinxaluun amantii keenya jabeessa. Yeroo hundaa Yihowaa fuula keenya dura kan kaa’annu yoo ta’e, kadhannaa keenyaaf deebii nuu kenna. Kana gochuufimmoo, Waaqayyoof abboomamuufi yeroo hundaa isatti amanamuu qabna. Karaasaarra deddeebi’uun keenya amanamoo, kan gad of deebisnu, ija jabeessaafi warra kaaniif akka yaannu nu gargaara.

Matadureewwan Qayyabannaa 3, 4 FUULA 12-20

Yesus Kiristos misiyoonii isa guddaa ture. Akkaataa inni itti leenjii argateefi itti barsiise, akkasumas namoonni akka isa jaallatan kan isa taasise maal akka ta’e baranna. Akkamitti fakkeenya Yesus hordofuu akka dandeessuufi garaa namoota misiraachoo itti himnuu tuquuf akkamitti barsiisuu akka dandeenyu qorra.

Mataduree Qayyabannaa 5 FUULA 21-25

Argamuun Yesus turtii yeroo dheeraa kan argisiisudha kan jedhamu maaliif akka ta’e hubadhu. ‘Dhaloota si’anaa’ jechuudhaan wanta Yesus dubbate ilaalchisee, ragaa Caaffata Qulqullaa’aa dhaloonni sun kam akka ta’e mirkaneessu xiinxali. (Mat. 24:34) Akkasumas jechi ‘dhaloota si’anaa’ jedhu hammam akka dheeratu herreguun kan hin danda’amne maaliif akka ta’e hubadhu.

AKKASUMAS BARRUU KANA KEESSATTI:

Dogoggora Israa’elotaarraa Barachuu

FUULA 26

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Maarqos

FUULA 28

Giil’aadii Kan Eebbifaman “Soquu Akka Jalqaban” Jajjabeeffamaniiru

FUULA 31