Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qabiyyee

Qabiyyee

Qabiyyee

Caamsaa 15, 2008

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Waxabajjii 30, 2008–Adoolessa 6, 2008

Warra Kaan Akkamitti Qabuu Qabna?

FUULA 3

FAARFANNAA: 23 (200), 21 (191)

Adoolessa 7-13, 2008

Waan Gaarii Gochuu Keessan Itti Fufaa

FUULA 7

FAARFANNAA: 9 (37), 13 (124)

Adoolessa 14-20, 2008

Fayyinni Mootummaan Waaqayyoo Argamsiisu Dhihaateera!

FUULA 12

FAARFANNAA: 17 (187), 22 (130)

Adoolessa 21-27, 2008

Bara Dargaggummaatti Yihowaa Tajaajiluuf Filadhu

FUULA 17

FAARFANNAA: 27 (221), 20 (93)

Adoolessa 28, 2008–Hagayya 3, 2008

Fakkeenya Phaawulos Hordofuudhaan Karaa Hafuuraa Guddina Argisiisi

FUULA 21

FAARFANNAA: 4 (43), 18 (162)

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11

Yesus Lallaba beekamaa Gaararratti kennerratti garraamota ta’uun, oo’a qabeeyyii ta’uufi nagaa uumuun barbaachisaa ta’uusaa ibseera. Warri duuka buutotasaa ta’an ‘ifasaanii akka ibsan’ kan gorse yommuu ta’u, diinota keenyaafi warra kaan akkamitti qabuu akka qabnus nu barsiiseera.

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 12-16

Yeroo kamirrayyuu caalaa amma fayyinni kan nu barbaachisu maaliif akka ta’e akkamitti ibsuu akka dandeessu ilaalla. Yihowaan Fayyisaa Isa Guddaa ta’uusaa akkamitti beekuu akka dandeessuufi Mootummaan Waaqayyoo dhiheenyatti ilmaan namootaatiif fayyina akka fidu warra kaaniif akkamitti ibsuu akka dandeessu baranna.

Matadureewwan Qayyabannaa 4, 5 FUULA 17-25

Dargaggoonni Waaqayyoon tajaajiluu kan qaban maaliifi? Warri kaan ilaalcha akkamiiyyuu yoo isaaniif qabaatan, Yihowaadhaaf of murteessuudhaan milkaa’ina argachuu danda’uu? Carraawwan tajaajilaa akkamii qabu? Fakkeenyi Phaawulos ergamaa, warri gumii keessatti argaman hundi karaa hafuuraa akka guddatan isaan gargaaruu kan danda’u akkamitti? Gaaffiiwwan barbaachisaa ta’an kun, matadureewwan lamaan kana keessatti deebii argatu.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

‘Waaqayyoon Sodaachuudhaan Qulqullummaatti’ Jiraadhaa!

FUULA 26

Qaamni Olaanaan Kan Gurmaa’e Akkamitti?

FUULA 29

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafa Hojii Ergamootaa

FUULA 30