Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qabiyyee

Qabiyyee

Qabiyyee

Sadaasa 15, 2008

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Amajjii 5-11, 2009

Warra Karra Hoolotaa Keessaa Badan Gargaaraa

FUULA 8

FAARFANNAA: 11, (85) 26, (212)

Amajjii 12-18, 2009

Dafanii Akka Deebi’an Gargaaraa!

FUULA 12

FAARFANNAA: 23 (200), 16 (143)

Amajjii 19-25, 2009

Yaalii Fayyaa Yommuu Gootan Ilaalcha Waaqayyoo Qabaadhaa

Fuula 23

FAARFANNAA: 11 (85), 5 (46)

Amajjii 26, 2009–Guraandhala 1, 2009

Akkuma Yesus ‘Seexana Mormaa’

FUULA 27

FAARFANNAA: 29 (222), 21 (191)

Kaayyoo Matdureewwan Qayyabannaa

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 8-16

Jaarsoliifi warri kaan obboloota karra Waaqayyoo keessaa badan akkamitti gargaaruu akka danda’an baradhu. Matadureewwan kun Kiristiyaanota karaa hafuuraa dadhaban gargaaruuf maal gochuu akka dandeessu ibsu. Kana malees, warri karra hoolotaatti deebi’an akkamitti simatamuu akka eegan hubadhu.

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 23-27

Fayyaa keenyaaf yaaduun waanuma jirudha. Kanaafuu, Dhugaa Baatonni Yihowaa yaalii fayyaa addaddaatti ni gargaaramu. Haata’u malee, ‘ilaalcha sirrii qabaachuun’ barbaachisaadha. (Tit. 2:12, NW) Hunda caalaa, nageenya hafuuraa keenya eeggachuufi walitti dhufeenya Waaqayyoo wajjin qabnu cimsachuun nu barbaachisa.

Mataduree Qayyabanna 4 FUULA 27-31

Yesus Kiristos Seexana mormuudhaan akkamitti fakkeenya akka ta’e baradhu. Matadureen kun, Waaqayyo Ilmasaarratti amanannaa kan qabaate maaliif akka ta’e ibsa. Kana malees, Yesus akkamitti Seexana mormuu akka danda’eefi nuyis kana gochuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e argisiisa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Nama Akkamii Ta’uu Barbaadda?

FUULA 3

‘Garaa Tokkoofi Yaada Tokkoon’ Waaqayyoon Tajaajiluu

FUULA 6

‘Wanta Nagaaf Ta’u Duukaa Bu’aa!’

FUULA 17

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Yaaqoobiifi Phexros

FUULA 20

“Faarfannaa Galaanaa” Barreeffama Durii, Bara Dheeraa Gidduusaanii Ture Duuche

FUULA 32