Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qabiyyee

Qabiyyee

Qabiyyee

Muddee 15, 2008

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Guraandhala 2-8, 2009

Amanamummaakee Eeguu Kan Qabdu Maaliifi?

FUULA 3

FAARFANNAA: 18 (162), 7 (51)

Guraandhala 9-15, 2009

Amanamummaakee Eegdee Ni Jiraattaa?

FUULA 7

FAARFANNAA: 16 (143), 4 (43)

Guraandhala 16-22, 2009

Gahee Addaa Yesus Kaayyoo Waaqayyoo Keessatti Qabu Hubadhaa

FUULA 12

FAARFANNAA: 28 (224), 8 (53)

Guraandhala 23, 2009–Bitootessa 1, 2009

Guutummaatti Dhugaa Ba’uuf Murteessaa

FUULA 16

FAARFANNAA: 3 (32), 15 (127)

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11

Amanamummaan maalidha? Baay’ee barbaachisaa kan ta’ehoo maaliifi? Amanamoo ta’uufi amanamummaa keenya eegnee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti? Amanamummaa dhaban deebisanii argachuun ni danda’amaa? Matadureewwan kana lamaan keessatti gaaffiiwwan kanaaf deebii argatta.

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 12-16

Yesus kaayyoo Waaqayyoo keessatti gahee adda ta’e qaba. Matadureen kun maqaa ulfinaa Yesus ittiin waamamu shanirratti ibsa kenna. Maqaawwan ulfinaa kun inni adda ta’uusaa ibsu. Kana malees, karaa Yesus gahee addaa isaa kenname itti raawwateen fakkeenyasaa akkamitti hordofuu akka dandeenyu baranna.

Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 16-20

Wanta Phaawulos jaarsolii Efesoonitti dubbateefi Hojii Ergamootaa boqonnaa 20⁠rra jiru qoruun keenya, Phaawulos akkamitti guutummaatti dhugaa ba’uu akka danda’e beekuuf nu gargaara. Kana malees, misiraachicha guutummaatti dhugaa ba’uu kan qabnu maaliif akka ta’eefi kana gochuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e barumsa gaarii arganna.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Kiyuniifoormii Duriifi Macaafa Qulqulluu

FUULA 21

Kooriyaatti Sabni Waaqayyoo Yeroo Baay’achaa Adeemu Argeera

FUULA 23

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Yohannisiifi Yihudaa

FUULA 27

Ni Yaadattaa?

FUULA 30

Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2008

FUULA 31

Gaaffii Dubbistootaa

FUULA 32