Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mataduree Masaraa EEGUMSAA 2009 Maxxansa matadureensaa irratti ba’e

Baafata Mataduree Masaraa EEGUMSAA 2009 Maxxansa matadureensaa irratti ba’e

Baafata Mataduree Masaraa EEGUMSAA 2009 Maxxansa matadureensaa irratti ba’e

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

Bakka Labsitoonni Mootummichaa Caalaatti Barbaachisanitti Lallabi, 4/15, 12/15

Biruukiliin Bet’el—Seenaa Waggaa 100, 7/1

Carraaqqii Nama Tokko Argachuuf Godhame (Ayerlaandi), 4/1

Eebbifamtoota Giil’aad, 2/15

Intala Xinnoo Arjaa Taate, 11/15

Kabajaan Afeeramteetta (Walga’iiwwan), 4/1

Maqedooniyaatti Ce’uu Ni Dandeessaa? 12/15

Obboloota Keessan Warra Gurrisaanii Hin Dhageenyeef Bakka Guddaa Kennaa! 11/15

Qabeenyi Gati Jabeessi Dhokfamee Ture Ni Argame (Istooniyaa), 8/15

Sanyiin Dhugaa Naannoowwan Fagoo Ga’e (Riippabliika Tuuvaa, Raashiyaa), 7/15

Walga’iiwwan Koonyaa “Yeroo Hundaa Dammaqinaan Eegaa!” 4/1

‘Yihowaan Fuulasaa Isaaniif Ibseera’ (warra gurrisaanii hin dhageenye), 8/15

JIREENYAAFI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

Abbootiin Manaa Jaalala Akka Kiristos Qabaadhaa, 5/15

Amantiin Hordofu Anamoo Warrakootu Naa Fila? 9/15

Badiisni Sirna Kanaa Yommuu Ga’u Eessatti Argamuu Qabduu Akka Qabdu, 5/15

“Calluma Jechuun Yeroo Qaba,” 5/15

Dargaggoota Ga’eessummaadhaaf Qopheessuu, 7/1

Filannaa Dhuunfaakeetti Cichuu Qabdaa? 2/15

Galateeffannaadhaan Fudhadhu, Garaa Guutuudhaan Kenni, 7/15

Garaadhaa Gammachuudhaan Kennuu, 11/15

Haasawaa Macaafa Qulqulluu Afaan Mallattootti Yeroo Hiikan Haguuggachuun Barbaachisaadhaa? 11/15

Iitaayi, 5/15

Ijoollee Leenjisuu, 4/1

Itti Gaafatamummaan Sitti Baay’atuyyuu Waaqayyoon Tajaajiluutti Gammadi, 12/15

Jaalala Isa ‘Hundumaarra Caalu,’ 7/15

Kanaan Dura Tajaajilaa Turtee? 8/15

Maariyaam, 04/01

Qeentee Ta’uudhaan Gammaduu, 6/15

Sirna Awwaalaa, 2/15

Tajaajilatti Jabaachuun Kan Danda’amu Akkamitti? 3/15

Wal Gargaaruun Guddina Hafuuraa Argamsiisa, 7/15

Warra Kaaniif Hojii Kennuu, 6/15

Wantoota Yaada Namaa Hiranirraa Fagaadhaa, 8/15

Yihowaa Hin Irraanfatin, 3/15

MACAAFA QULQULLUU

Bu’a Qabeessa, 7/1

Jireenya Namaa Ni Jijjiira, 4/1, 10/1

Macaafa Qulqulluu Hubachuu Kan Dandeessu Akkamitti, 10/1

Macaafni Qulqulluun Odoola Diimaa Guddaa Ga’e (Maadaagaaskaar), 12/15

Yaadawwan Ijoo Macaafa Mul’ataa—Lammaffaa, 2/15

Yaadawwan Ijoo Macaafa Mul’ataa—Tokkoffaa, 1/15

MATADUREEWWAN ADDADDAA

Amantii Gaarii Filachuu, 10/1

Barumsa Fakkeenya 24:27⁠rraa argannu, 10/15

Bokkaa, 4/1

Dinqiidhaan Fayyisuu, 7/1

Hafuurota Hamoorraa Eegumsa Argachuu, 7/1

‘Hiddaafi Hundee Godhatteettaa?’ 10/15

Israa’el Durii Keessatti Kanniisa Kan Horsiisan Jiru Turanii? 10/01

Lammata Dhalachuu, 7/1

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuuf Yeroo Ramadi, 10/15

Macaafa ‘Yaashaariifi’ Macaafa ‘lolaa Isa Kan Waaqayyoo’ 3/15

Mucaan Du’ee Dhalate, Du’aa Ka’uuf Abdii Qabaa? 4/15

Seexanni Samiirraa Kan Gad Darbatame Yoomi? 5/15

Waaqeffannaa Maatii, 10/15

Yihudoonni “Utuu Hin Hubatin” Hafaniiru (HoE. 3:17), 6/15

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Addunyaa Jaalala Hin Qabne Keessatti Michooma Keenya Eeguu, 10/15

Akkuma Kiristos Kan Abboomamtaniifi Kan Ija Jabaattan Ta’aa, 9/15

Amanamaa Ta’uunkee Garaa Yihowaa Ciibsa, 4/15

Badhaadhummaa “Isa Keessa Dhokfame” Barbaadanii Argachuu, 7/15

Badhaasicharratti Xiyyeeffadhaa, 3/15

Barabaraaf Lafarra Jiraachuu —Abdii Deebi’ee Mul’ate, 8/15

Barabaraaf Lafarra Jiraachuu —Abdii Kiristos Barsiisedhaa? 8/15

Barabaraaf Lafarra Jiraachuu —Abdii Waaqayyo Kenne, 8/15

Barumsi Yesus Gammachuu Kan Argamsiisu Akkamitti? 2/15

Barumsi Yesus Ilaalcha Keerratti Jijjiirama Fiduu Qaba, 2/15

Barumsi Yesus Kadhannaa Keerratti Jijjiirama Fidaa? 2/15

Caalmaa Barumsi Waaqayyoo Qabu, 9/15

“Dammaqaa,” 3/15

Dargaggootaa—Guddinni Keessan Akka Argamu Godhaa, 5/15

Dhugaa Namatti Dubbadhaa, 6/15

Ergamoota—“Hafuurota Nama Tajaajilan,” 5/15

Fakkeenya Yesus Hordofuudhaan Jaalalaan Barsiisaa, 7/15

Garbichi Yihowaa “Balleessaa Keenyaaf In Waraaname,” 1/15

Guddinni Keessan Akka Argamu Godhaa, 12/15

“Guyyaan Yihowaa Inni Guddaan Dhihaateera,” Kanaaf —Gara Ga’eessummaatti Haa Darbinu, 5/15

“Hafuura Gubaa Qabaadhaa!” 10/15

Hojii Adeemsiftuufi Qaama Olaanaa, 6/15

‘Hojii Adeemsistuu Kennaa Ayyaana Waaqayyoo’ Taatee Tajaajilaa Jirtaa? 1/15

Hojii Bartoota Gochuutti Gammadi, 1/15

Hundi Keenya Yihowaa Jajachuu Qabna, 3/15

Iddoo Gumii Keessatti Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa, 11/15

Ija Jabinaan Lallabuudhaan Fakkeenya Yesus Hordofaa, 7/15

“Isin Michootakooti,” 10/15

Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera, 4/15

Jaalala Isa Yoomiyyuu Hin Badne Hordofaa, 12/15

Jaalala Obbolummaatti Guddachuu Keessan Itti Fufaa, 11/15

“Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa,” 8/15

“Kottuu Ana Duukaa Bu’i!” 1/15

Jaalalli Kiristos Namoota Jaallachuuf Nu Kakaasa, 9/15

Kadhannaankee Waa’eekee Maal Ibsa? 11/15

“Kiristos” Duukaa Bu’uu Kan Qabnu Maaliifi? 5/15

Kunoo, Garbichi Yihowaan Jaallatu Isa Kana! 1/15

‘Lafa Hoolichi Dhaqu Hundumaatti Isa Duukaa Bu’u,’ 2/15

Maatiiwwan Kiristiyaanaa, Fakkeenya Yesus Hordofaa! 7/15

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuudhaan Kadhannaakee Fooyyeffadhu, 11/15

Mana Yihowaatiif Kan Hinaaftan Ta’aa! 6/15

Masiihichi Karaa Waaqayyo Ittiin Fayyisudha, 12/15

Musee Guddicha Beekuufi Dinqisiifachuu, 4/15

‘Nama Hundumaa Wajjin Nagaatti Jiraadhaa,’ 10/15

Qajeelonni Barabaraaf Waaqayyoon Jajatu, 3/15

Tajaajiltoota Waaqayyoo Waan Taaneef Amala Gaarii Argisiisuu, 11/15

Uumamni Ogummaa Yihowaa Mul’isa, 4/15

Wanta Yihowaan Si Fayyisuuf Raawwate Ni Dinqisiifattaa? 9/15

“Warra Hojii Gaariitiif Hinaafan” Ta’aa! 6/15

Yaada Kiristos Qabaadhaa, 9/15

Yeroo Rakkinaatti Gammachuu Keenya Eegnee Jiraachuu, 12/15

Yesus, Isa Daawit Guddichaafi Solomoon Guddicha Ta’eef Bakka Guddaa Kennuu, 4/15

MUUXANNOOWWAN

“Ergamaan Waaqayyoo Naannoo Warra Waaqayyoon Sodaatanii In Buufata” (Kiristaabel Kooneel), 3/15

Kaayyoon Jireenyaa Maal Akka Ta’e Argadheera (Gaaspaar Maartinees), 9/15

“Karichi Isa Kana. Isa Irra Adeemaa!” (Eemiliyaa Pedersan akka Ruuz Paapaas dubbatetti), 1/15

Waggaa Sagaltama Duran Jalqabe (Edwiin Riijweel), 7/15

Walga’iiwwan Koonyaa Sadii Jireenyakoo Jijjiiraniiru (Joorji Wooranchak), 10/15

Yihowaaf Maalan Deebisuu Danda’a? (Ruut Daanee), 6/15

YESUS KIRISTOS

Carraa Ilmaan Namootaa Ilaalchisee Yesusirraa Maal Baranna? 10/1

Kittaan Yesus Baay’ee Kan Jaallatame Maaliifi? 10/1

Waaqayyo? 7/1

YIHOWAA

Abbaa Firdii Yeroo Hundumaa Wanta Sirrii Ta’e Raawwatu, 4/1

Badhaadhaa Si Gochuuf Waadaa Galeeraa? 10/1

Rakkina Keenya Ni Hubata, 7/1

Waaqayyo Niitii Tokkoo Ol Fuudhuu Ni Deggeraa? 10/1

Waaqayyoon Malee Nama Hin Sodaatinaa, 4/1

Yesus? 7/1

Yihowaa Hin Irraanfatin, 3/15