Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mataduree

Baafata Mataduree

Baafata Mataduree

Waxabajjii 15, 2011

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Hagayya 1-7, 2011

Wangeela Namoota Hundaaf Barbaachisu

FUULA 7

FAARFANNAA: 47, 10

Hagayya 8-14, 2011

Waaqayyo Jaalalasaa Nutti Argisiiseera

FUULA 11

FAARFANNAA: 18, 51

Hagayya 15-21, 2011

‘Karra Hoolotaa Waaqayyo Tikaaf Isinitti Kenne Eegaaʼ

FUULA 20

FAARFANNAA: 42, 25

Hagayya 22-28, 2011

‘Warra Isin Gidduutti Hojiitti Dadhaban Ulfinaan Ilaalaaʼ

FUULA 24

FAARFANNAA: 42, 53

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 7-15

Phaawulos ergamaan, macaafa Roomaa keessatti ‘wangeela’ ilmaan namootaa cubbamoo taʼan ilaallatu ibseera. Bifti ‘wangeelaa’ kun maalidha? Faayidaa irraa argachuu kan dandeessuhoo akkamitti? Matadureewwan kun lamaan, hubannaa aarsaa Yesusiifi jaalala Waaqayyo karaa aarsaa kanaa argisiise ilaalchisee qabdu sii dabalu.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 20-28

Matadureewwan kun, jaarsoliin mirga hojii tiksuu isaaniif kenname ilaalchisee hubannaafi dinqisiifannaa qaban akkamitti guddifachuu akka dandaʼan argisiisu. Akkasumas, karaawwan obboloonni jaarsoliidhaaf ulfina garaadhaa madde kennuu itti dandaʼan ibsu.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Ijoolleen Cuuphamuu Qabuu?

16 Dhuguma Abrahaam Gaalota Qaba Turee?

18 ‘Macaafota Addumaanimmoo Maraa Caaffatoota Gogaa Duugamaa Anaaf Fidi’

29 Milkaaʼina Argachuu Kan Dandeessu Akkamitti?