Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mataduree

Baafata Mataduree

Baafata Mataduree

Adoolessa 15, 2011

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Hagayya 29–Fulbaana 4, 2011

Qajeelfama Yihowaa Isa Jaalalarratti Hundaaʼe Ni Hordoftaa?

FUULA 10

FAARFANNAA: 26, 3

Fulbaana 5-11, 2011

Akeekkachiisa Ifaa Yihowaan Kenne Ni Fudhattaa?

FUULA 15

FAARFANNAA: 32, 52

Fulbaana 12-18, 2011

Boqonnaan Waaqayyoo Maalidha?

FUULA 24

FAARFANNAA: 19, 27

Fulbaana 19-25, 2011

Boqonnaa Waaqayyootti Galteettaa?

FUULA 28

FAARFANNAA: 55, 24

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

MATADUREEWWAN QAYYBANNAA 1, 2 FUULA 10-19

Yihowaan jaalalaan kakaʼee, dhiibbaawwan gadhee karaa jireenya barabaraatti geessurraa nu maqsuu dandaʼanirraa akka fagaannu nu akeekkachiisa. Matadureewwan lamaan kun, dhiibbaawwan gadhee taʼan jaʼaafi akkamitti irraa of eeguu akka dandeenyu ibsu.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 24-32

Macaafni Qulqulluun, Yihowaan erga namni uumamee booda guyyaa torbaffaatti akka “boqote” dubbata. (Ibr. 4:4) Mataduree lamaan kana keessaa inni jalqabaa, kaayyoo guyyaa boqonnaa Waaqayyoofi faayidaa inni nuuf qabu ibsa. Matadureen inni lammaffaanimmoo, karaawwan dhuunfaatti Yihowaa wajjin boqonnaa sanatti galuu keenya itti argisiisuu dandeenyu ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Masaraa EegumsaaIngiliffa Salphaa Taʼeen Qophaaʼe

4 Qabsoon Seeraa Yeroo Dheeraa Fudhate Injifannoodhaan Xumurame!

20 Duʼa Nan Sodaadhan Ture, Amma Garuu ‘Jireenya Irraa Hafaan’ Eeggadha