Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2011
Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2011
Maxxansa matadureensaa irratti baʼe
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
Gabaasa Walgaʼii Waggaa, 8/15
Ingiliffa Salphaa Taʼeen Qophaaʼe (barruu Masaraa Eegumsaa), 7/15
Lakkoofsa Gabaasa Waggaa, 8/15
“Mirga Kennuuf Qabdanitti Ni Gammadduu” (buusii), 11/15
Qabsoon Seeraa Yeroo Dheeraa Fudhate Injifannoodhaan Xumurame! (Raashiyaa), 7/15
Sababa Itti Gammaddan Qabdu (jaarmiyaa), 3/15
Walgaʼii Koonyaa Dhugaa Baatota Yihowaa, “Mootummaan Waaqayyoo Haa Dhufu!” 7/1
JIREENYAAFI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA
“Abboomamuun Aarsaa Irra Caala,” 2/15
Biyya Lafaa Amanamaa Hin Taane Keessatti Amanamoo Taʼuu, 4/15
Carraaqqii Gaafatus Nama Hin Gaabbisiisu! (Waaqeffannaa Maatii), 2/15
“Dammaqaa!” 10/15
Dhukkubni Gammachuu Akka Isin Dhabsiisu Hin Heyyaminaa, 12/15
Eebbawwan Argattan Dhugumaan Ni Dinqisiifattuu? 2/15
Gaaffii Macaafa Qulqulluu, Rakkoo Dhuunfaatii? 10/15
Haalli Rakkisaan Yeroo Isin Mudatu Akkuma Fiinehaas Godhaa, 9/15
Hiriyaa Gaaʼelaa Ofii Kabajuu, 10/1
Ijoollee Keessan Barsiisaa, 4/1
Ijoolleen Amala Gaarii Akka Qabaatan Barsiisuu, 4/1
Ijoolleen Cuuphamuu Qabuu? 6/15
Ijoolleen Keessan Akka Nama Kabajan Isaan Barsiisaa, 2/15
Itti Fayyadama Intarneetii, 8/15
“Milkaaʼina Argachuu Kan Dandeessu Akkamitti?,” 6/15
Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa Hin Dagatinaa, 3/15
Sababii Sobaa Dhiheessuudhaan Of Hin Gowwoomsinaa, 3/15
Waaqayyo Nu Geggeessaa Akka Jiru Hubachuu, 4/15
Waaqeffannaa Maatii, 8/15
Waliin Gammadaa! 10/15
Wanta Yihowaan Sii Godherratti Xiinxali, 1/15
MACAAFA QULQULLUU
Dubbii Waaqayyootti Dhugumaan Ni Gammaddaa? 5/15
Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu Raawwataman Jaʼa, 7/1
MATADUREEWWAN ADDADDAA
Dhaaba Eeden, 4/1
Dhuguma Abrahaam Gaalota Qaba Turee? 6/15
Ergamoota Ulee Qabataniifi Kophee Kaaʼatan, 3/15
Jireenya Kaayyoo Qabu Jiraachuu, 10/1
‘Macaafota Addumaanimmoo Maraa Caaffatoota Gogaa Duugamaa Anaaf Fidi,’ 6/15
Maqaa Haaraa Yesusiif Kenname (Filp 2:9), 3/15
Mootummaan Waaqayyoo Haala Garaa Namaa Keessa Jirudhaa? 4/1
Museen Ilmaan Aaronitti Kan Aare Maaliifi? (Lew 10:16-20), 2/15
Nama Yihowaadhaaf Akka Garaasaa Taʼe, 10/1
Obboleessa Abbaa Manaa Ofiitti Heerumuu, 4/1
Seexanni Hewwaanitti Dubbachuuf Bofatti Kan Fayyadame Maaliifi?, 4/1
‘Warra Mana Mootii Warra Roomaa’ (Filp 4:22), 4/1
Yehuun Waaqeffannaa Dhugaa Hinaaffaadhaan Deggereera, 11/15
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Akeekkachiisa Ifaa Yihowaan Kenne Ni hordoftaa? 7/15
Akkuma Ermiyaas Dammaqinaan Eeggadhaa, 3/15
Biyya Lafaa Hamaa Taʼe Keessatti “Kara-Adeemtuu” Taʼanii Jiraachuu, 11/15
Boqonnaa Waaqayyootti Galteettaa? 7/15
Boqonnaan Waaqayyoo Maalidha? 7/15
Dhiironni Itti Gaafatamummaa Akka Fudhatan Leenjisaa, 11/15
Dhiironni Karaa Hafuuraa Akka Guddatan Gargaaraa, 11/15
Dhumni Barichaa Yeroo Dhihaachaa Jirutti Yihowaatti Amanami, 3/15
Dorgommicha Obsaan Fiigaa! 9/15
Fakkeenya Gaariimoo Akeekkachiisa Siif Taʼa? 12/15
Gaaʼelli Kennaa Waaqayyoo Waan Taʼeef Kabajaa, 1/15
Gaʼee Hafuurri Qulqulluun Hojii Uumamaarratti Qabu! 2/15
Garaakee Guutuu Qajeelina Jaalladhu, 2/15
Gorsa Qeentee Taʼuufi Gaaʼela Godhachuu Ilaalchisee Kenname, 10/15
Guutummaatti Yihowaatti Amanamuun Tasgabbii Nuuf Argamsiisa, 5/15
Hafuura Waaqayyoo Malee Kan Biyya Lafaa Hin Fudhatinaa, 3/15
Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu Kan Qabnu Maaliifi? 12/15
Hafuurri Waaqayyoo Akka Si Geggeessu Ni Heyyamtaa? 4/15
“Hubannaa Ofii Keetiitti Hin Hirkatin!” 11/15
“Iji Hojii Hafuuraa” Waaqayyoof Ulfina Fida, 4/15
Jalʼina Ni Jibbitaa? 2/15
Jaarraa Tokkoffaafi Yeroo HarʼAatti Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu, 12/15
Jireenyaafi Nagaa Argachuuf Akka Fedha Hafuuraatti Jiraadhaa, 11/15
Jireenyakee Keessatti Qaamni Hunda Caalu Eenyudha? 5/15
‘Karra Hoolotaa Waaqayyo Tikaaf Isinitti Kenne Eegaa,’ 6/15
“Kennaa Sana Akka Argattaniif Fiigaa!” 9/15
Maatiiwwan Kiristiyaanaa—‘Qophaaʼaa Taaʼaa,’ 5/15
Maatiiwwan Kiristiyaanaa—‘Dammaqoo Taaʼaa,’ 5/15
‘Maqaa Yihowaatti Kooluu Gali,’ 1/15
Masiihicha Argataniiru! 8/15
Masiihicha Eeggachaa Turaniiru, 8/15
Murtoo Waaqayyoof Ulfina Fidu Godhi, 4/15
Nagaa Duukaa Buʼaa! 8/15
Namoota Amanamoo Bara Durii—Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffaman, 12/15
‘Ogummaan Waaqayyoo Hammam Gad Fagaata!’ (muka ejersaa, Rom 11), 5/15
Qajeelfama Yihowaa Isa Jaalalarratti Hundaaʼe Ni Hordoftaa? 7/15
Qorumsa Kamiyyuu Moʼuuf Humna Argachuu, 1/15
Qorumsaafi Abdii Kutachuu Moʼuuf Humna Argachuu, 1/15
Qeentee Taʼuu Keessanitti Akka Gaariitti Fayyadamaa, 1/15
Qophaaʼoo Taʼaa! 3/15
Tajaajila Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kennuu, 4/15
Waaqayyo Jaalalasaa Nutti Argisiiseera, 6/15
Wangeela Namoota Hundaaf Barbaachisu, 6/15
‘Warra Isin Gidduutti Hojiitti Dadhaban Ulfinaan Ilaalaa,’ 6/15
Yihowaa Biratti Ni Beekamtaa?, 9/15
Yihowaan Gaʼaakee Akka Taʼu Gochaa Jirtaa? 9/15
Yihowaan Gaʼaa Kooti! 9/15
Yihowaa Isa Waaqa “Jajjabina Hundumaa” Taʼetti Amanamaa, 10/15
Yihowaan ‘Waaqa Nagaa Kennudha,’ 8/15
Waaqayyo Duratti Fudhatama Argachuun Jireenya Barabaraa Argamsiisa, 2/15
Wanti Itti Bashannantan Faayidaa Qabaa? 10/15
‘Warra Gaddan Hundumaa Jajjabeessaa,’ 10/15
SEENAA JIREENYAA
“Amma Dhibee Qaamaa Qabaadhus, Barabaraaf Akkasitti Hin Hafu!” (S. vaan dar Moondi), 11/15
Duʼa Nan Sodaadhan Ture, Amma Garuu ‘Jireenya Iraa Hafaan’ Eeggadha (P. Gaat), 7/15
“Ilaaltuu Olaanaa Dinqisiisaa Taʼeefi Michuu Jaallatamaa,” (J. Baar), 5/15
Macaafa Qulqulluu Dubbisuun—Jireenyakoo Guutuu Jabina Naa Argamsiiseera (M. Larwoo), 9/15
Rakkina Keessatti Yihowaa Tajaajiluu (M. de Jongee-vaan deen Hoʼeval), 1/15
Sirreeffama Gochuun Eebba Argamsiisa (J. Toomsan), 12/15
Wantoota Gaggaarii Hedduu Argadheera (A. Boonoo), 4/15
Yihowaa Tajaajiluun Na Gammachiisa (F. Raaski), 10/15
YESUS KIRISTOS
Eessaa Dhufe? Akkamitti Jiraate? Maaliif Duʼe? 7/1
Kiristos Isa Geggeessaa Mudaa Hin Qabne Duukaa Buʼuu, 5/15
Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Meeqadha? 8/15
Saʼaatii Itti Fannifame, 11/15
Yesus Kiristos Eenyu? 7/1
YIHOWAA
Addaamiifi Hewwaan Cubbuu Akka Hojjetan Waaqayyo Beeka Turee? 4/1
Dachaa Keessatti Maqaa Waaqayyoo Arguu (Siwiizarlaandi), 1/15
Ijoolleen Maal Barachuu Qabu? 10/1
Waaqayyo Eenyudha? 4/1
Waaqayyotti Dhihaadhu, 4/1, 7/1
Waaqayyo Hammeenyiifi Dhiphinni Akka Jiraatu Kan Heyyame Maaliifi? 7/1