MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2013

Maxxansi kun karaawwan amantiin keenya akka hin badne eeguu itti dandeenyu ibsa. Ayyaanni Irbaata Gooftaa kabajamuu kan qabu yoomi? Nuuf hiika maalii qaba?

Yihowaan Gaaddidduu Tulluuwwanii Jala Isaan Dhokse

Bara bulchiinsa Naaziitti, obboloonni Jarman keessa jiraatan barreeffamoota Macaafa Qulqulluurratti hundaa’an kan argatan akkamitti? Dhugaa Baatota kana balaan akkamii mudatee ture?

“Yaadni Keessan Dafee Hin Raafamin”

Ergaan Phaawulos warra Tasaloniiqeetiif barreesse inni lammaffaan, akeekkachiisa akkamii qabatee jira? Wanti gowwoomfamuurraa nu eeguu danda’u maalidha?

Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu?

Yeroo, qarshii, humnaafi dandeettii keenyatti fayyadamnee Mootummicha deggeruu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e baradhu.

Ni Yaadattaa?

Barruulee Masaraa Eegumsaa 2013⁠tti ba’an dubbisteettaa? Taanaan gaaffiiwwan kamiif deebii kennuu dandeessa?

‘Kun Yaadannoodhaaf Isiniif Haata’u’

Faasikaa ilaalchisee Kiristiyaanonni maal beekuu qabu? Irbaanni Gooftaa hunda keenyaaf hiika akkamii qaba?

‘Kana Yaadannoo Kootiif Godhadhaa’

Guyyaa Irbaanni Gooftaa itti kabajamu beekuu kan dandeenyu akkamitti? Maxinoofi wayiniin maal argisiisa?

Gadda Duuti Hiriyaa Gaa’elaa Geessisu Danda’uu

Gaddi ennaa hiriyaa gaa’elaa du’aan dhaban namatti dhaga’amu cimaafi yeroo dheeraadhaaf kan turudha. Abdiin du’aa ka’uu Dubbii Waaqayyoo keessatti ibsame madda jajjabinaa kan ta’u akkamitti akka ta’e ilaali.

Baafta Mataduree Masaraa Eegumsaa 2013

Matadureewwan Masaraa Eegumsaa 2013⁠tti ba’an hunda argachuuf bafta mataduree ilaali.