Baafta Mataduree Masaraa Eegumsaa 2013
Maxxansa matadureensaa irratti ba’e
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
GAAFFII DUBBISTOOTAA
JIREENYAAFI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA
MACAAFNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
MATADUREEWWAN ADDADDAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Akka Gaariitti Walii Galuudhaan Gaa’ela Keessan Jabeessaa, 5/15
Dachaa Yihowaan Eegumsa Itti Godhu Keessaa Hin Ba’inaa, 2/15
Garaan Keessan Yaadachiisa Yihowaatti Akka Gammadu Godhaa, 9/15
Geggeessituu Torbaafi Gurguddaa Namaa Saddeet—Nuuf Hiika Maalii Qabu? 11/15
Lallabaa Wangeelaa Ta’uudhaan Ga’ee Keessan Raawwadhaa, 5/15
Macaafa Qulqulluutti Fayyadamuudhaan Ofis Ta’e Warra Kaan Gargaaraa, 4/15
Qajeelchaa Ta’uun Hariiroo Waaqayyoo Wajjin Qabnu Nuuf Cimsa, 9/15
Tiksitoota Kan Taatan Fakkeenya Tiksitoota Hunda Caalanii Hordofaa, 11/15
‘Waaqayyoon Beekuu Bira Erga Geenyee’ Booda Maal Gochuu Qabna? 3/15
‘Wanta Caalaatti Barbaachisaa Ta’e Adda Baasaa Beekaa,’ 4/15
Wanti Kamiyyuu Yihowaarraa Akka Isin Fageessu Hin Heyyaminaa, 1/15
Warriifi Ijoolleen Maree Jaalalarratti Hundaa’e Godhaa, 5/15
Xiyyeeffannaa Walii Kennaa; Akkasumas Wal Jajjabeessaa, 8/15
Yihowaan Amanamaafi Dhiifama Kan Godhu Ta’uusaa Dinqisiifadhaa, 6/15
Yihowaan Arjaafi Sababa Qabeessa Ta’uusaa Dinqisiifadhaa, 6/15
SEENAA JIREENYAA
Eessattiyyuu Yihowaa Tajaajiluuf Fedhii Qabaachuu (Maarkusiifi Jaanii Haartiliif), 7/15
Jireenyi Keenya Kaayyoo Qabeessa Kan Ta’e Akkamitti? (Paatriishaa Ismiiz), 5/15
Waggaa Shantamaaf Naannoo Arkitiikitti Tajaajiluu (Aayiliifi Aniikii Maatiilaa), 4/15
Yihowaadhaaf Abboomamuun Eebba Naaf Argamsiiseera (Eeliisaa Pikoolii), 6/15
Yihowaan ‘Guyyuma Guyyaatti Ba’aakoo Naaf Baata’ (Maareetaa duu Raan), 8/15
Yihowaatti Hirkachuun Eebba Argamsiisa (Maalkam Alan), 10/15
YESUS KIRISTOS
‘Hafuurota warra mana hidhaa keessa jiranitti lallabuu’ (1Phe 3:19), 6/15
Ilma Waaqayyoo kan jedhame maaliifi? 4/1
Yoom uumame? 4/1
YIHOWAA
Waaqayyo Gara Jabeessadhaa? 7/1