MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Adoolessa 2014

Maxxansi kun matadureewwan Fulbaana 1 hanga 28, 2014⁠tti qayyabataman qabateera.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Maayikrooneeshiyaa

Obboloonni biyyoota gara biraatii gara Odoolawwan Paasifiikitti argaman deemanii tajaajilan yeroo baayʼee rakkoowwan sadiitu isaan mudata. Labsitoonni kun rakkoowwan kana moʼuu kan dandaʼan akkamitti?

‘Yihowaan Warra Kansaa Taʼan In Beeka’

‘Hundeefi mallattoon’ 2 Ximotewos 2:19⁠rratti ibsame warra kan Yihowaa taʼan beekuuf kan nu gargaaru akkamitti?

Sabni Yihowaa ‘Jalʼinarraa’ Ni Fagaatu

Yaadni ‘jalʼinarraa’ akka fagaannu dubbatu wanta bara Museetti uumamee wajjin walitti dhufeenya akkamii qaba? Nutoo seenaa kanarraa barumsa akkamii arganna?

SEENAA JIREENYAA

Abbaa Dhabus—Abbaa Argadheera

Seenaa Geerit Loosh isa miseensa Qaama Olaanaa taʼee dubbisi.

‘Isin Dhugaa Baatota Kooti’

Dhugaa Baatota Yihowaa jechuun maal jechuudha?

‘Isin Dhugaa Baatuukoo In Taatu’

Yesus, dhugaa baatota Yihowaa jechuu mannaa, “dhuga-baatuu koo in taatu” kan jedhe maaliifi? Hinaaffaadhaan dhugaa baʼuu keenya itti fufuu kan dandeenyu akkamitti?