MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2015

Maxxansi kun mata dureewwan qayyabannaa Caamsaa 4 hanga 31, 2015tti qayyabataman kan qabate dha.

SEENAA JIREENYAA

Hojii Caalaatti Nama Kiisu Arganne

Deevidii fi Giween Kaartiraayit duraan daansii baaleet irratti waliin dannasu taran; amma garuu hojii hunda irra caaluuf miila isaaniitti fayyadamaa jiru.

“Kun Akka Taʼu Fedha Kee Taʼeera”

Yeroo dhihoodhaa asitti barreeffamoonni keenya seenaawwan Macaafa Qulqulluu karaa caalaatti ifaa fi salphaa taʼeen kan ibsan maaliifi?

‘Dammaqinaan’ Ni Eegduu?

Fakkeenya Yesus waaʼee durboota kurnanii dubbate irratti ibsa fooyyaʼee fi ergaa fakkeenyichaa salphaa fi ariifachiisaa taʼe irratti xiyyeeffatu dubbisi.

Gaaffii Dubbistootaa

Kanaan dura barreeffamoota keenya irratti gaaddidduu fi wanti inni dhugaa yeroo baayʼee ni ibsama ture; waggoota dhihoodhaa asitti garuu akkas kan godhamu darbee darbee ti. Maaliif?

Fakkeenya Waaʼee Taalaantii Dubbatu Irraa Baradhaa

Mata dureen kun jijjiirama hubannaa fakkeenya waaʼee taalaantii dubbatu irratti qabnu irratti godhame ibsa.

Obboloota Kiristos Amanamummaadhaan Deggeruu

Warri Kiristos hoolota akka taʼanitti isaaniif murteessu obboloota isaa kan deggeran akkamitti?

Ajajni “Nama Amane” Qofa Hiriyaa Gaaʼelaa Akka Godhannu Kenname Yeroo Ammaattis Ni Hojjetaa?

Warri gorsa Waaqayyoo hojii irra oolchuuf murteessan garaa isaa ciibsu, ofii isaaniitiifis eebba hafuuraa argatu.